17 Sababille, Hoolichi odduu barcumaa mootumma’aa jiru tissee isaanii hin te’a; gara madda bisaan jiru’uulle isaan hin geessa. Waaqille ila isaanii irraa imimmaan mara hin haqa» anaan jedhe.
Publicidade