Pular para o conteúdo
Publicidade

Mudhii Yohaannisii 7

Gumii Bindillaa

9 Kanaan duuba gumiin bindillaan ta nami tokkolle laakkowee hin dandeenne gosa biyya adda addaa mara keessaa, gosa mara keessaa, kolbaa maraa fi afaan adda addaa mara keessaa dhufane dhaabbataneeranuun dhagge; isaan woyaa adii uffatanee, baala meexxi’ii harkatti qabatanee, barcumaa mootumma’aatii fi Hoolichaa dura dhaabbataneeraniiyyu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também