23 Nami kun akka Waaqi dur murteessee fi beekeen, harka keessanitti dabarfamee kenname; akka inni harka worra cubbaleyyi’iitiin fannifamee du’u gootane.2:23 Mat. 27:35; Mar. 15:24; Luq. 23:33; Yoh. 19:18 24 Waaqi ammoo hunna du’aa jalaa bilisa baasee, du’aa isa kaase; sababille duuti isa qaddee hamburuu hin dandeenne.2:24 Mat. 28:5-6; Mar. 16:6; Luq. 24:5
Publicidade