6 Phawuloos worra san keessaa gariin Saduqoota, ka dhibiin Fariisaayota akka te’ane yennaa beeke, kora mura’aa keessatti qoonqoo ol qabatee, «Obboleeyyan tiyya! Ani Fariisaayii ilma Fariisaayichaa ti. Worri du’ane hin ka’an jedhee waan addadheef, ani amma muraa duratti dhikaadheera» jedhee dubbate.23:6 HuE. 26:5; Filp. 3:5
Publicidade
Hujii Ergantootaa 23
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.