Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 26

22 Haga guyyaa adhaatitti Waaqi na qarqaaree, anille as dhaabbadhee, diqqa’aa fi guddaa duudi’iif dhugaa bayiisatti jira. Ani waanuma raagotii fi Muuseen hin te’a jedhane malee, waan tokkolle hin dubbanne. 23 Isaan, Masiihiin rakkatuu qaba; du’aa ka’iisaan ka jalqabaa te’ee, ifa fayyinnaa kolbaa Israa’eliitii fi worra Yihudoota hin te’iniif hin mudhisajedhane, jedhee dhugaa isaaniif baye» jedhe.26:23 1 Qor. 15:20

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também