Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 4

Pheexroos Fi Yohaannis Kora Mura’aa Dura Dhikaatane

1 Pheexroosii fi Yohaannis adoo kolba’atti dubbatiisatti jiranuu hayyooti, dura buutoti eeddota Galma Waaqaatii fi Saduqooti itti dhufane. 2 Ergantooti lamaan akka Yesuus du’aa ka’ee fi worri du’elle akka du’aa ka’u waan kolbaa barsiisaneef, jarri tun isaanitti aarte. 3 Maarre isaan Pheexroosii fi Yohaannis qabanee, latti waan dhiiteertuuf haga bariitu mana hidha’aa galchane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também