Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 8

5 Filiphoos gara qachaa Samaariya’aa dhaqee kolbaa achi jirtuuf marroo Masiihii lallabe. 6 Gumiin waan Filiphoos jedhe yaada tokkoon dhageettee, baasa inni hujelle dhaggite. 7 Ayyaanni hamaan kolbaa hedduu keessaa qoonqoo guddo’oon iyyee baye; worri laashowee fi worri hokkolu hedduulle fayyane. 8 Tanaaf qachaa san keessatti gammadi guddaan te’e.

Veja também