3 Saa’ol adoo deemuu qachaa Damaasqo’ootitti dhikaateeruun, dedhuma ifi ol-gubba’aa irraa adaala isaatitti balaqqise. 4 Inni lafatti jigee qoonqoo, «Saa’ol, Saa’ol maaf na miita?» jettu dhage’e.
Publicidade