Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

200 resultados encontrados

  1. Romanos 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 13–24 de 25

    13Eegasuu waanuma dansa’attuu du’a natti fide jechu’uu ree? Waawwo’o! Cubbuun cubbuu teetee akka mudhattuuf, karaa waan dansa’aatiin, du’a natti fidde. Karaa ajajaatiinille, cubbuun irra caalaa cubbuu teete.

    16Ani eega waan hin barbaanne godhu teete, Seerri dansaa akka te’e wolii gala.

    24Ani nama farraamessa attamiiti! Foon gara du’aa na geessaaru kana jalaa eentu na baasa?

  2. Lucas 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 9–36 de 38

    9Woraanaa fi worraaqa kolba’aa yennaa dhageettane hin sodaatina’a! Wonni akkasii kun dursee te’uu male; ammoo muummeen yoosuma hin teetu» jedhe.

    14‹Maan jennee falmanna› jettanee akka hin yaanneef gadha’atti qabadha’a!21:14-15 Luq. 12:11-12

    36Waan te’uuf jiru maraa jalaa bayiisaa fi Ilma Namaa dura dhaabbatiisaaf akka dandeettanu, ifi eegadha’aa, yennaa mara daadimadha’a!» jedhe.

  3. Marcos 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 23–33 de 37

    23If eeggadha’a! Ani dursee waan maraa isinii himeera.

    26Achiin duuba Ilmi Namaa, hunna guddo’oo fi ulfinnaan duumensa keessa dhufuun dhaggitan.

    33Yennaan yoom akka teete isin waan hin beenneef ifi eeggadha’a! Dammaqa’a.

  4. Lamentações 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 17–26 de 66

    17Ani nageya dhabee,gammadi maan akka te’e dedhe.

    25Waaqi worra addi’iin isa eegatuuf,worra isa barbaaduuf dansa’a.

    26Tanaaf nami cadhiseefayyisiisa Waaqaa eegatiis dansa’a.

  5. Apocalipse 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 6–12 de 20

    6Achiin duuba ergamaan Waaqaa ka dhibiin wodhakkaa ol-gubba’aa keessa koolaan ka’uun dhagge; innille Oduu Gammadaa ta bara baraa, ta worra lafa irra le’u maraaf, gosa biyya adda addaa maraaf, gosa maraaf, afaanii fi kolbaa maraaf lallabu qabateera.

    9Ergamaan Waaqaa dhibiin, ka sadeesso’oolle, isaanitti aanee qoonqoo guddo’oon, «Nami bineensaa fi fakkii isaatiif sagadu, ka beessisa isaalle adda ifii irratti yookiin harka ifii irratti godhatu mara,

    12Kolbaa Waaqaa ta ajaja Waaqaa eeggatanuu fi Yesuusille’eef addatamiisaan jabaatanu irraa ciniinnatanee ossiis yennaa tana barbaachitti.

  6. 2 Tessalonicenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–13 de 18

    3Goottaan ammoo addatama’a; inni isin jajjabeessee, waan hantuu irraa isin eega.

    4Waan isinitti hinne akka hujaartanuu fi gara duraalle ittuma akka hujjanu Gootta’atti addii qanna.

    13Obboleeyyan tiyya! Isin ammoo waan dansaa hujiisa hin dadhabina’a.

  7. Hebreus 12

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 16–28 de 29

    16Eennulle baalagee, yookiin akka Esaawuu sagalee yennaa takka’aatiif jedhee, angafummaa ifii gurguree ka Waaqa malee le’u te’ee, akka hin teene ifi eeggadha’a.

    25Ka dubbatiisatti jiru san akka hin didanne ifi eeggadha’a! Worri Waaqi biyya lafaa irratti dubbatuun didane jalaa bayiisa eega dadhabane, nuuti ka ol-gubbaa irraa nutti dubbatu yoo didanne attamiin jalaa baana ree!

    28Yoona nuuti mootummaa hin tachoone waan dhaalluuf kowa’a Waaqa galateeffanna; karaa inni itti gammaduun, ulfinnaa fi soda’aan kowa’a isa Waaqonfanna.

  8. 1 Crônicas 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 20–28 de 34

    20Gosa Efreemii ka sooressu, ilma Azaziya’aa Hoshe’a’a; gamisa gosa Minaase’ee ka sooressu, ilma Phedaaya’aa Yo’el.

    26Ilmi Keluubii Ezri itti gaafatamaa hujii fichaa qonnaa ti.

    28Ba’aal-Hanaan nami Gederii itti gaafatamaa mukoota ejersaatii fi mukoota harru’uu kooba karaa seensa adu’uutiin jalaa ti; Yo’aas itti gaafatamaa kuusaa zayitii ejersaa ti.

  9. Hebreus 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 11–15 de 20

    11Isin martinuu waan addi’iin eeggattanu haga harkaan qabattanutti, jabeenna keessan haga muumme’eetitti akka mudhittanu barbaanna.

    12Worra dhugeeffanna’aa fi ossatiisaan jabaatee, waan waadaan galameef dhaalu akka fakkaattanu barbaanna malee, worra rincicaa akka teetanu hin barbaannu.

    15Abrahaam ossataan eeggatee waan waadaan galameef dhaggate.

  10. Ezequiel 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 2–28 de 36

    2«Ee ilma namaa! Marroo qachaa Xiiroosiitiif faaruu gaddaa faarsi;

    26« ‹Worri si oofu gara ila abbaaya’aa si geessane.Qilleensi karaa aduun baatuuwodhakkaa abbaaya’aatitti si butuche.

    28iyya worra si oofuutiinworri qarqara abbaaya’aa hin raafaman.

  11. Gálatas 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–24 de 24

    5Baraa haga bara baraatitti Waaqaaf ulfinni te’u! Ameen.

    11Obboleeyyan tiyya! Oduun Gammadaa ta ani isiniif lallabe, ta nami ifi keessaa maddisiise akka hin te’in, akka beettanu barbaada.

    24Sababa kiyyalle’eef Waaqa galateeffatane.

  12. Êxodo 22

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 24–29 de 31

    24Ani isinitti aaree, shallaaga’aan isin hin ijjeesa; niitiin teessan haadha hiyyeessaa hin teeti; ijoolleen teessanille ta abbaa hin qanne hin teeti.

    26Woyaa namaa qaddii yoo qabattane, adoo aduun hin seenin isaaf deebisa’a.

    29«Midhaan haammattanee galfattanu keessaa mataa naa kenniisaaf hin rincicina’a.«Ilmaan teessan keessaa angafa naaf kenna’a.

  13. 2 Timóteo 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–14 de 18

    2Ilma kiyya jaalatamaa Ximootewoosiif,Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadha, mararti’ii fi nageya siif kennu.

    11Ani Oduu Gammadaa tanaaf lallabaa, ergama’aa fi barsiisaa te’ee filameera.

    14Waan dansaa maganne’een sitti kenname san, hunna Ayyaana Woyyicha nu keessa jiruutiin eegi.

  14. Jeremias 49

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 4–25 de 39

    4Ee worra addatamummaa hin qanne,isin maaf dhooqa teessanta midhaan dansaa baachuun koortan.Isin durummaa teessanitti addatanee,‹Eentu nu loluu dande’a?› jettan.

    24Damaasqoon dadhaddeerti;baqatiisaaf duubatti deebiteerti;soda’aan qabantee,akka dubartii ciniinsifattuu teeteerti.

    25Qachaan leellifamaan,ka ani itti gammadu sun,attam ona te’a?

  15. Provérbios 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 14–23 de 31

    14Kennansi dhossa’aan kenname aarii caffachiisa;safuun dhossa’aan harka keessa keyanulle,aarii guddoo hin qabbaneessa.

    16Nami karaa hubanti’ii irraa goru,yaa’ii worra du’ee keessa bu’a.

    23Nami afaan ifiitii fi arraba ifii eegatu,rakkinna irraa ifi eegata.

  16. Salmos 39

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 39
    Mostrando versículos 6–13 de 13

    6Dhugumaan nami akka gaaddisaa ti.Inni akkanumaan elowa;karra tuulata; ammoo ka isii fudhatu hin beeku.

    7Goottaa kiyya, amma ani maan eegadha ree?Addiin tiyya si’i.

    13Gara hin deebinetti, gara du’aa adoo hin deemin,gammada diqqaa akka dhaggadhu,nyaara guurtee na hin ilaalin.

  17. Mateus 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 3–26 de 30

    3«Ka hin dhufa jedhame sun si’iiyyu moo ka dhibii eeganna?» jedheen.

    15Nami gurra qabu dhage’uuti.

    26Ee, Abba’a, waan kanatti gammaddeerta.

  18. Atos 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 22–25 de 44

    22Amma ammoo, jabaadha’a! Sababille hoboloo guddittii malee, isin keessaa lubbuun nama tokkolle hin baddu.

    23Halkan edaa ergamaan Waaqaa ka Waaqa ani ka isaa te’ee fi ka ani waaqonfadhuu, na bira dhaabbatee,

    25Tanaaf, jarana jabaadha’a! Akkuma inni natti hime akka teetu ani Waaqatti hin addadha.

  19. Números 33

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 22–24 de 56

    22Risa’aa ka’anee Qehelaataa qubatane.

    23Qehelaata’aa ka’anee gaara Shaaferii qubatane.

    24Gaara Shaaferiitii ka’anee Haraadaa qubatane.

  20. Tiago 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–18 de 27

    2Obboleeyyan tiyya! Haga ilaallatama adda addaatiin ilaallatamuun yoo isinitti dhuttelle, akka gammadaatitti fudhadha’a!

    16Obboleeyyan tiyya ta jaalatantane, hin sobamina’a.

    18Nuuti dada isaa maraaf angafa akka teenuuf, Waaqi fedhii ifiitiin jecha dhuga’aatiin nu uume.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo