Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Deuteronômio 14

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 14–20 de 29

    14harraaqessa gosa adda addaa,

    17qongaa, allaattii gosa adda addaa, huummoo,

    20Isaan keessa ka qulqulluu te’ane ammoo nyaadha’a.

  2. Lamentações 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 30–66 de 66

    30Nama isa kabaluuf boqoo ifii kennuu ti;arraballe fudhatuu ti.

    41Kowa’a gadha’aa fi harka keennagara Waaqa ol-gubbaa jiruu ol kaannee,

    66Waaqa kiyya! Aari’iin isaan ari’iitii,Biyya lafaa irraa isaan balleessi.

  3. 2 Coríntios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–11 de 18

    1Waaqi marartii ifiitiin tajaajila kana waan nu’uu kenneef addii hin kutannu.

    10Jiruun Yesuusii nafa keenna irratti akka mudhatu, yennaa duudii du’a isaa nafa keenna irratti ba’annee deddeenna.

    11Jiruun Yesuusii nafa keenna ka du’u irratti akka mudhattuuf, nuuti worri jirruuyyuu marroo Yesuusiitiif yennaa mara du’aaf dabarfannee hin kennanna.

  4. Filipenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–20 de 21

    2Worra akka sare’ee foon nafa namaa kukkutiisaan3:2Foon nafa namaa kukkutiisaan: Haqanqabaa qabiisaan, hantuu godhu irraa ifi eeggadha’a!

    11Du’aa ka’ee akka jiraadhu hin addadha.

    20Nuuti ammoo nama biyya ol-gubba’aa ti; nuuti Goottaa keenna Yesuus Kiristoos, Fayyisaa achii dhufu dharra’aan eeganna.

  5. Lucas 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 16–30 de 37

    16Miila Yesuusiititti jigee isa galateeffate; inni nama Samaariya’aa ti.

    17Yesuus, «Namooti kudhanuu fayyanee motii? Nami sagali meet ree?

    30Guyyaa Ilmi Namaa mudhatuttille akkasuma hin te’a.

  6. Mateus 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 4–68 de 75

    4dhossa’aan Yesuus qabiisaa fi ijjeesisiisaaf mari’atane.

    50Yesuus deebisee, «Jaali, waan hujiisaaf dhutte huji» jedheen.Achiin duuba isaan dhufanee Yesuus jabeessanee qabane.

    68«Masiihii! Eentu si dhowe? Nuu raagi» jedhaneen.

  7. 1 Crônicas 24

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 9–11 de 31

    9ka shaneesso’oo Malkiiyaaf, ka jayeesso’oo Miiyaamiiniif,

    10ka torbeesso’oo Haqoziif, ka saddeetesso’oo Abiiyaaf,

    11ka sagaleesso’oo Yeshu’aaf, ka kudhaneesso’oo Shekaaniya’aaf,

  8. Deuteronômio 25

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 6–13 de 19

    6Maqaan obboleessa du’ee Israa’el keessaa akka hin banne, ilmi angafi isiin deettu maqaa obboleessa du’e saniitiin waamamuu ti.

    12marartii malee harka isi’ii irraa kuti.

    13Subba keeti keessaa dhakaa madaalli’ii gosa lama diqqa’aa fi guddaa hin qabaatin.

  9. Isaías 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–18 de 22

    5Ee, sanyii Yaaqoobiikowa’a, ifa Mootii Waan Maraa keessa deddeebina!

    12Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, worra kooruu fi ifi saadu irratti,

    18Waaqoti dharaa ijjumaa hin badan.

  10. Hebreus 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–12 de 16

    1Tanaaf addee fooraa ta inni nu’uuf kennutti galiisaaf waadaan galame ammalle waan banaa jiruuf, isin keessaa eennulle carraa itti galiisaa adoo hin dhaggatin akka hin hanne, kowa’a ifi eeggannaa!

    11Maarre eennulle akka worra sanii ajajamiisa dhabiisaan jigee akka hin hanne, kowa’a addee fooraa sanitti galiisaaf jabaannaa!

    12Jechi Waaqaa jiraata’aa fi ka huju; shallaagaa qara lama qabu caalaa qara qaba; lubbuu ayyaana irraa, morgeya dhuka irraa muree gargar hin baasa; yaadaa fi halchaa gadhaa namaalle qoree itti hin mura.

  11. Êxodo 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 11–36 de 36

    11Ammalle Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    35Israa’elooti lafa itti qubatane Kana’aan haga geyanutti woggaa afurtama mannaa nyaatane.

    36Omeeriin tokko eefaa16:36 Eefaan tokko: Gara kiiloo kudhanii shanii ti. harka kudhan keessaa harka tokko.

  12. 1 Pedro 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–23 de 25

    3Waaqa Abbaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif galanni te’u! Inni marartii ifii guddo’oon du’a keessaa ka’iisa Yesuus Kiristoosiitiin addii jiraattuu tanatti akka jiraannuuf haareya godhee nu uumateera.

    9Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

    23Isin karaa jecha Waaqaa jiraata’aa fi bara baraan jiraatuutiin, sanyii baddu adoo hin te’in sanyii hin banne irraa lammoo dhalattaneertan.

  13. Josué 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 1–9 de 9

    1Achiin duuba Waaqi Iyaasu’uun,

    2«Kolbaa Israa’eliitiin, ‹Ani akkuma karaa Muuse’eetiin isin ajajetti qachaa itti baqatanu fila’a.

    9Kolbaa Israa’eliitii fi orma odduu isaanii le’u maraaf qachaan akka itti baqatanuuf filame kana. Eennulle adoo hin beekin danu’uun nama yoo ijjeese, nama haluu isa bayiisaaf barbaadu jalaa achi baqata; eennulle adoo kolbaa duratti qara itti hin muramin hin ijjeefamu.

  14. Apocalipse 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 9–25 de 29

    9Rakkinnaa fi hiyyummaa teeti hin beeka; te’uu malee ati dureessa. Yihudoota adoo hin te’in nuuti Yihudoota ifiin jedhaa worra maqaa keeti balleessu ani hin beeka; isaan wolde’a Seexanaa ti.

    10Rakkinna sitti dhufaaru hin sodaatin. Kunoo, Seexanni isin haga ilaaliisaaf, isin keessaa garii mana hidha’aatitti hin galcha; guyyaa kudhan hin rakkatan. Haga du’aatitti ka addatante te’i; anille kallacha jiru’uu si’iif hin kenna.

    25haga ani dhufutti woma qaddanu san jabeessa’aa qabadha’a.

  15. Tito 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–12 de 15

    5Jechi Waaqaalle akka hin arraffanne, ta ifi qabattuu fi qulluu, ta akka dansaa mana ifii qabattu, arja’aa fi ta dhirsaaf ajajantu akka teetu barsiisanuu ti.

    11Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera.

    12Badhaadhi kun cubbu’uun jiraatiisaa fi halchaa badduu biyya lafaa akka lakkinnee, bara kana keessatti ifi qabannee, qajeellee, akka nama Waaqaatitti akka jiraannu barsiisa.

  16. 1 Tessalonicenses 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 16–26 de 28

    16Yennaa mara gammada’a;

    20jecha raagaa hin tuffatina’a;

    26Sunqata woyyichaan dhugeeffattoota duudii nageya fuudha’a.

  17. Filemom 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–6 de 25

    3Abbaa keenna Waaqaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos biraa badhaadhii fi nageenni isiniif te’u!

    5Sababille dhugeeffannaa ati Goottaa Yesuusitti qadduu fi jaalala ati kolbaa Waaqaa maraaf qaddu dhage’eera.

    6Hubantii guutuu waan dansa’aa ka nu Kiristoosiin qannuu maraa akka qabaattuuf, dhugeeffannaa teeti worra dhibi’iif qoodiisatti akka jabaattu hin daadimadha.

  18. Lucas 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 13–38 de 39

    13Yesuus harka ifii diriirfatee, isa qabee, «Hin fedha fayyi» jedhe. Yennuma san dhukkubi goga’aa farrisiisaan namicha lakkise.

    16Inni ammoo yennaa hedduu addee qoommi’ii dhaqaa daadimate.

    38Tanaaf daadhiin hin bayiin qalqalluu haareyatti naqamu’uu malte!

  19. Romanos 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 22–25 de 25

    22Keessi kiyya Seera Waaqaatitti gammada.

    24Ani nama farraamessa attamiiti! Foon gara du’aa na geessaaru kana jalaa eentu na baasa?

    25Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin galanni Waaqaaf te’u!Maarre, qalbii tiyyaan ani garbicha Seera Waaqaa ti; foon kiyyaan ammoo garbicha seera cubbu’uu ti.

  20. Tiago 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 1–19 de 26

    1Obboleeyyan tiyya! Goottaa ulfinnaa keenna Yesuus Kiristoositti dhugeeffannaa eega qabaattane, nama wol hin caalchisina’a.

    7Maqaa dansaa isin ittiin waamantanu ka faanshessu isaanii motii?

    19Ati Waaqi tokkochi akka jiru hin dhugeeffatta; dansaa goote! Durriisotille tana hin dhugeessan, sodaataneelle hin hollatan.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo