Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

200 resultados encontrados

  1. Apocalipse 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 2–9 de 18

    2Bineensi ani dhagge sun qeeransa fakkaata; miilli isaa ammoo miila doobba’aa13:2Doobba’aa: Iyya’aa fakkaata, afaan isaalle afaan neenqaa fakkaata. Jawween tun hunna ifii, barcumaa mootummaa ifiitii fi baallii ifii guddoo bineensa sanii kennite.

    3Matoota bineensa sanii keessaa mataan tokkochi madaa ijjeettu waan qabu fakkaata; ammoo madaan sun fayyiteerti. Biyyi duudiin baaseffattee, bineensa san hordotte.

    9Nami gurra qabu dhage’uu ti!

  2. 2 Samuel 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 7–25 de 27

    7Saa’ol yennaa garagalee na dhagge na waame; anille owwaadhe.

    11Yennaa tana dhage’ane Daawitii fi namooti isa woliin jiranu marti gaddanee woyaa ifii tarsaasane.

    25«Worri jajjabi lola keessattiattam akkana du’aneYonaataan kooba dheertuu teeti irratti du’eera.

  3. Josué 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 22–50 de 63

    22Qiinaa, Diimonaa, Araadaa,

    42Akkasuma Liibnaa, Eter, Ashaan,

    50Anaab, Eshtemo’aa, Aniim,

  4. 2 Reis 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 2–20 de 36

    2«Ilmaan goottaa keessanii isin bira eega jiraatte, garreettaa fardaan harkifamu, fardoo, meya woraanaatii fi qachaa dalleya dhaka’aatiin marfame eega qabaattane, akkuma xalayaan kun isin geyeen,

    16«Ana gula koyiitii hinaaffaa ani Mootii Waan Maraatiif qabu ilaal» jedhe. Maarre Yehuun garreettaa ifii ka fardaan harkifamu irra isa yaassisee deemane.

    20Tanaan duuba Yehuun, «Ulfinna Ba’aaliitiif yaa’ii lassa’a!» jedhee ajaje. Maarre isaan lassane.

  5. Gênesis 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 8–20 de 20

    8isaaniin, «Ani reeffa niitii tiyyaa akka awwaaladhuuf fedhii teessan eega teete, Efron ilma Zohaarii

    14Efron deebisee, Abrahaamiin,

    20Maarre ficha’aa fi godi fichaa keessa jirtu, ta worra Heetotaa, lafa awwaalaa, qabeenna Abrahaamii teete.

  6. Josué 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 11–16 de 16

    11Tanaaf, isin jabeessa’aa ifi eeggadha’aatii Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jaaladha’a.

    14«Amma yennaan ani du’u geetteerti; isin keessaa tokko tokkonuu, Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan waan dansaa waadaa gale mara tokkolle adoo hin hafin akka isiniif kenne, gadhaa ifii tokkochaa fi lubbuu ifii takkatti’iin hin beeka.

    16Gondooroo Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan akka isin eegattanu ajaje eegatuu dhaddanee, waaqota dhibii dhaxxanee tajaajiltanee yoo sagaddane, mufiin Waaqaa isin irratti bobeetti; lafa dansaa inni isiniif kenne irralle’ee ariiti’iin baddan» jedhe.

  7. 2 Pedro 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 14–18 de 18

    14Tanaaf jaalota tiyya! Waan kana adoo eegattanuu, fuula Waaqaa duratti worra xuri’ii fi komii hin qanne teetanee jirtanuun, akka nageyaan isin dhaggu jabaadha’aa le’a’a.

    17Isin ammoo, jaalota tiyya! Waan kana waan duruu beettanuuf dokonkora worra jalliye’eetiin harkifantanee ijjanoo teessan jadduu irraa akka hin banne, ifi eegadha’a.

    18Ammoo badhaadhaa fi beekkuma Gootta’aa fi Fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ittuma guddadha’a. Ammaa fi haga bara baraa ulfinni isaaf te’u! Ameen.

  8. Jó 40

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 10–24 de 24

    10Arnyaa fi guddinnaan ifi kuuladhu;ulfinnaa fi fudhatama dhaggatiisa uffadhu.

    17Eegeen isi’ii akka hindheensaa sooti’i;morgey miila isi’iille jaba’a.

    24Eennulle adoo ilti roophi’ii dhaggituu isii qabuu,yookiin malxaqqo’oon funnaan isi’ii uruu dande’a ree?

  9. Mateus 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 36–66 de 66

    36Achiin duuba isaan achi tee’anee isa eegane.

    65Philaaxoos, «Worra eegu fudhadha’aa dhaqa’aatii, akka beettanutti eegachiifadha’a» isaaniin jedhe.

    66Maarre isaan worra eegu woliin dhaqanee dhaka’atti chaappaa dhowanee, goda awwaalaa san eegisiisane.

  10. Isaías 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 2–15 de 21

    2Kolbaan dukkana keessa leete,ifa guddaa dhaggite;worra lafa gaaddisa du’aa keessa le’eefilleifi baye.

    14Tanaaf Mootiin Waan Maraa worra akka mata’aatii fi eege’ee, worra akka damee muka meexxi’iitii fi allaadu’uu guyyaa tokkotti Israa’el keessaa hin balleessa;

    15mataan sun jaarsole’ee fi worra ulfinna qabu; eegeen raagota soba nama barsiisanu.

  11. Lucas 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 21–47 de 54

    21«Nami jabaan tokko, meya woraanaa mara hidhatee, mana ifii yennaa eeggatu, qabeenni isaa marti hin eegamaaf.

    35Tanaaf ifi si keessa jiru akka hin dukkanoonne ifi eegadhu.

    47Isin raagota abbootiin teessan ijjeetteef irreensa waan ijaartanuuf, isiniif aanne’e!

  12. Tito 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–7 de 15

    4Ammoo arjumma’aa fi jaalaltiin Waaqa fayyisaa keennaa yennaa mudhatte,

    5hujii balchummaa nuuti hunyeef adoo hin te’in, marartii ifiitiin, karaa dhiqata dhaloota lammeesso’ootii fi Ayyaana Woyyichaan haareffamiisaatiin nu fayyise.

    7Badhaadha isaatiin balchoonnee, jiruu bara baraa ta addi’iin eegannu san akka dhaalluuf inni tana godhe.

  13. Marcos 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 3–16 de 41

    3«Caqasa’a! Namichi tokko midhaan facaasu’uuf baye.

    9Achiin duuba Yesuus, «Gurra dhage’u ka qabu dhage’uu ti» jedhe.

    16Midhaan lafa dhakiti’itti harca’e, fakkeenna worra jecha Waaqaa akkuma dhage’aneen gammadaan fudhatanuu ti.

  14. João 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–14 de 51

    2Inni jalqabumaa Waaqa woliin jira.

    4Isa keessa jiru’utti jira; jiruun sun ifa namootaa ti.

    14Jechi nama te’ee, badhaadhaa fi dhuga’aan guutamee, odduu teenna le’e. Nuuti ulfinna inni akka Ilma Abba’aaf tokkochaatitti fudhate dhaggine.

  15. Isaías 64

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 64
    Mostrando versículos 4–9 de 12

    4Worra isa addi’iin eegatuuf ka maadee huju, Waaqi akka keetii ka dhibiin tokkolle hin jiru; durii jalqabee dhage’amee, dhaggameelle hin beekkamu.

    5Ati worra hujii sirri’ii gammadaan hujuu fi worra karaa keeti qaabatu qarqaarta. Nuuti cubbuu ittuma waan hunyeef, ati nu irratti mufatte. Maarre nuuti attam fayyuu dandeenna ree?

    9Nuuti marti kolbaa teeti waan teeneef, ee Mootii Waan Maraa! Maganne’e, gara keenna ilaali; akka malee nutti hin aarin; haga bara baraa cubbuu teenna nutti hin laakkowin.

  16. 2 Coríntios 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 2–16 de 16

    2Gadhaa nuu badhadha’a. Nuuti nama tokkolle hin yakkine; nama tokkoolle hin miine; yookiin eennulle itti fayyadama keenna7:2Itti fayyadama keenna: Haajaa keenna itti baafata hin godhanne.

    12Maarre ani isiniif barreessulle, hinaaffaan isin fuula Waaqaa duratti nu’uuf qaddanu akka isiniif ifa teetu malee, marroo nama yakkaa hujeetii fi yakkametiifii moti.

    16Ani karaa maraan isinitti addatiisa waan dande’eef guddoo gammadeera.

  17. Eclesiastes 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–17 de 20

    1Yennaa gara Galma Waaqaa seentu miila keetii eeggadhu; caqasiisaaf qophowanee dhikaatiis, ciincaa gowwoole’ee, ka worra waan hantuu akka huje hin beenne caalti.

    6Afaan keeti gara cubbu’uu si hin geessin. Ergamaa Galma Waaqaatiin, «Waadaan ani gale dokonkora» hin jedhin. Maaniif Waaqi dubbii teetitti aaree hujii harka keetii balleessa ree?

    17Inni bara jiruu ifii mara gadda gudda’aan, dhibe’ee fi aari’iin dukkana keessa le’a.

  18. Números 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 23–25 de 27

    23«Ati Aaronii fi ilmaan isaatiin, ‹Dubbii asii gad jirtuun ilmaan Israa’elii eebbisa’a:

    24« ‹Mootiin Waan Maraa isin eebbisu, isin eegu!

    25« ‹Mootiin Waan Maraa fuula ifii isiniif issu, isin mararu!

  19. 1 Tessalonicenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–11 de 13

    2Dhugeeffanna’atti akka isin jabeessuu fi jajjabeessu, obboleessa keenna ka lallabaa Oduu Gammadaa ta Kiristoosii te’ee, nu woliin Waaqaaf tajaajilu Ximootewoos gara keessan ergineerra.

    9Nuuti fuula Waaqa keennaa duratti, gammada marroo teessaniif nutti dhage’ameef Waaqa galateeffanna.

    11Amma Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus gara keessan akka dhunnu karaa nu’uuf qajeelchu!

  20. 1 Coríntios 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 8–22 de 23

    8Ka dhaabee fi ka bisaan obaase wol qixa. Namuu akkuma hujii ifiititti gatii ifii fudhata.

    9Nuuti tajaajiltoota wolqabannee Waaqaaf hujaarru; isin ficha’aa fi ijaarsa Waaqaa ti.

    22Maarre Phawuloosille teenaan, Apholoosille teenaan, Pheexroosille teenaan, biyya lafaalle teenaan, jireennalle teenaan, du’alle teenaan, waan ammaalle teenaan, waan hegeriille teenaan wonni duudiin keessan.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo