Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

200 resultados encontrados

  1. Efésios 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 4–9 de 22

    4Waaqi mararti’iin dureessaa ammoo, jaalala guddaa nu jaalate irraa ka ka’e,

    6Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin isa woliin du’a keessaa nu kaasee, isuma woliin addee ol-gubba’aa keessa nu teessise.

    9Akka nami tokkolle ittiin ifi hin jajne, huji’iinii moti.

  2. Deuteronômio 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 17–20 de 33

    17«‹Hin ijjeesin.

    18«‹Hin gaarayyeeffatin.

    20«‹Nama irratti dharaan dhugaa hin bayin.

  3. Marcos 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 17–49 de 50

    17Gumii san keessaa namichi tokko deebisee, «Barsiisa’a! Mucaan kiyya durriisa afaan duuchuun qabameeruun gara keeti fideera.

    40Nami nu’uun hin mormine golii teenna.

    49Nami martinuu ibiddaan kurowa.9:49Hiikkaan gariin akkuma ciincaan sooddaan qullowu, namille ibiddaan hin qullowa jedha

  4. Efésios 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 18–21 de 21

    18Jaalalli Kiristoosii hagam akka badhatuu fi dheeratu, hagam akka ol fagaatuu fi gad fagaatu, akka isin kolbaa Waaqaa mara woliin hunna hubanti’ii qabaattanu,

    19akkasuma jaalala Kiristoosii ka beekkumsa bira dabare te’e san beettanee, guutummaa Waaqaa maraan akka guutantanu daadimadha.

    21Karaa wolde’a kiristaanaatii fi karaa Kiristoos Yesuusiitiin bara baraan ulfinni Waaqaaf te’u! Ameen.

  5. Jeremias 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 4–23 de 26

    4Nami marti sobaalessa,jaalli martille hamatticha waan te’eef,obboleessi obboleessa ifii irraa ifi eegatuu ti;jaallille jaala ifii hin addatin.

    5Jaalli jaala ifii hin soba;dhugaa ka dubbatu hin jiru.Isaan arraba ifii soba dubbatiisa barsiisaneeran;cubbuu hujiisaan ifi dadhassiisaneeran.

    23Mootiin Waan Maraa,«Nami qaroon qarummaa ifiitiin,nami hunnaamessi hunna ifiitiin,nami dureessi durummaa ifiitiin ifi hin jajin.

  6. Colossenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–14 de 18

    2Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha’a.

    6Nama tokko tokkoofuu deebii malte deebisiisa akka beettanu, haasonni keessan yennuma maraa ka gurratti toluu fi ka akka sooddaa mi’awu te’uu ti.

    14Cidheessi jaalatamaan Luqaasii fi Deemaas nageya isiniif dhaaman.4:14 2 Xim. 4:10-11; Film. 24

  7. Levítico 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 1–18 de 47

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

    17urunguu, huummoo, qillisaa,

    18urunguu adii, urunguu goomole’ee, allaattii gosa adda addaa,

  8. Eclesiastes 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–9 de 22

    3Ijjeesiisaaf yennaan jirti;fayyisiisaafille yennaan jirti.Diigiisaaf yennaan jirti;ijaariisaafille yennaan jirti.

    8Jaalatiisaaf yennaan jirti;jibbiisaafille yennaan jirti.Lolaaf yennaan jirti;nageyaafille yennaan jirti.

    9Nami waan itti elowe irraa bu’aan maan dhaggata ree?

  9. 1 Crônicas 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 20–38 de 55

    20Huur, Ur uumate; Ur, Bazaali’el uumate.

    36Aataayi, Naataan uumate. Naataan Zaabaad uumate.

    38Obed, Yehuu uumate. Yehuun, Azaariyaa uumate.

  10. 1 Tessalonicenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 4–18 de 18

    4Nami duudiin haadha manaa4:4Haadha manaa: Nafa ifii woyyumma’aa fi ulfinnaan qabatee eegatiisa beekuu ti.

    9Marroo wol jaalatiisaa isinuu Waaqa irraa waan barattaneef attam akka wol jaalattanu barreessiisa hin barbaachisu.

    18Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.

  11. Deuteronômio 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 4–15 de 25

    4Ee, Israa’el dhage’i! Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna Waaqa tokkocha.

    5Mootii Waan Waaqa keeti gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’ii fi hunna teeti maraan jaaladhu.

    15Mootiin Waan Maraa ka isin woliin jiru Waaqa hinaatticha waan te’eef, aariin isaa siirratti bobeettee, lafa irraa si hin balleessa.

  12. Lucas 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 17–22 de 31

    17Ammoo Seera keessaa bixxilleen16:17Bixxilleen: Boqqoorri qubee takka’aa addee dhidhattu ol-gubba’aa fi latti tartu irra kaso’o.

    19«Namichi dureessi woyaa dhiillee dansittii, ta gatii guddo’oo uffataa, guyyaa mara qananumma’aan le’u tokko jira.

    22Namichi hiyyeessi duunaan, ergantooti Waaqaa fuudhanee cinaa Abrahaamii geessane. Namichi dureessichille du’ee awwaalame.

  13. Josué 19

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 36–45 de 51

    36Aadaamaa, Raamaa, Hazoor,

    43Eloon, Tiimnaa, Eqroon,

    45Yehud, Azor Bene-Beraaq, Gaat-Rimoon,

  14. 2 Pedro 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–7 de 21

    1Ana Simoon Pheexroosii, tajaajila’aa fi ergamaa Yesuus Kiristoosii te’e irraa:Worra karaa balchummaa Waaqa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, dhugeeffannaa gatii guddo’oo, tama akka nuuti dhaggannee dhaggattaneef:

    5Sababa kanaaf, dhugeeffannaa irratti dansummaan akka dabalantu, dansummaa irratti beekkumsa,

    7nama Waaqaa te’iisa irratti, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa irratti jaalala nama maraa qabaadha’a.

  15. Romanos 12

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 9–18 de 21

    9Jaalalli keessan dhugaamessa te’uu ti. Waan hantuu jibba’a; waan dansaa jabeessa’aa qabadha’a;

    10Akka obboleeyyanii o’isa’aatii wol jaaladha’a; ulfinna woliif kenniisaaf wol doggoma’a.

    18Yoo dande’ame nama maraa woliin nageyaan le’iisaaf, gama keessaniin waan dande’amu mara godha’a.

  16. 2 Crônicas 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 7–9 de 23

    7Bet-Zuur, Sokoo, Adulaam,

    8Gaat, Maareshaa, Ziif,

    9Adoraayim, Laakiishi, Aazeqaa,

  17. Mateus 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 6–15 de 30

    6Nami marroo tiyya mama hin qabaanne attam attam gammada» jedheen.

    8Maan ilaaliisaaf baatane? Nama uffana dansaa uffatee? Worri uffana dadansaa uffatu mana moototaa keessa jiran!

    15Nami gurra qabu dhage’uuti.

  18. Ageu 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–8 de 15

    5Me haala keessa jirtanu ilaala’a!

    7Kun maaf akka isin irra geye ilaala’a!

    8Amma gara koobotaa ol baya’a; muka mura’aatii fida’a; Galma kiyya deebisa’aatii ijaara’a; anille itti hin gammada, ittille hin galateeffama.

  19. 1 Samuel 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–19 de 22

    4Achiin duuba jaarsoleen Israa’elii marti wolitti qabamanee, Raamat keessatti gara Saamu’elii dhaqanee,

    6Garuu jechi isaan, «Mootii nu bulchu nuu kenni» jedhane sun Saamu’el hin gammachiinne; tanaaf inni gara Mootii Waan Maraa daadimatee,

    19Kolbaan ammoo dubbii Saamu’elii caqasuu diddee, «Waawwo’o! Nuuti akka mootiin nu’uuf filamu barbaanna;

  20. Neemias 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 2–17 de 39

    2Seraayaa, Azaariyaa, Ermiyaas,

    3Phashihur, Amaariyaa, Malkiiyaa,

    17Ater, Hisqiyaa, Azur,

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo