Publicidade

Resultados da busca por "amor"

156 resultados encontrados

6Nuuti ka Waaqaa ti. Nami

7Jaalota tiyya! Jaalaltiin Waaqa irraa waan teeteef, kowa'a wol jaalannaa! Nami jaalatu maraa ilma Waaqaa ti, Waaqalle hin beeka.

8Waaqi jaalala waan te'eef nami hin jaalanne maraa, Waaqa hin beeku.

8Safuun nama isii kennuuf akka

9Nami yakkaa namaaf araaramu,

10Gowwaan yennaa dhibba dhaanamee

13Dammaqa'a; dhugeeffanna'aan jabaadha'aa dhaabbadha'a; jajjabaadha'aa,

14Waan hujjanu mara jaalalaan huja'a.

15Obboleeyyan tiyya! Isxifaanosii fi maatiin

1Abraam niitii ifiitii fi waan

2Abraam hori'iin, meeti'ii fi worqi'iin guddoo dureessa.

3Inni kibba Kana'aaniitii ka'ee, asii

7Gosi gosatti, mootummaalle mootumma'atti hin

8Kun marti ammoo ciniinsuu jalqabaa ti.

9«Achiin duuba isaan akka rakkattanuu

5Mataan keeti gaara Qarmelosii fakkaata;

6Ee, jaalallee tiyya!

7Hojjaan teeti muka meexxi'ii,

12Mootiin areerratiisatti jiruun,

13Jaalalleen kiyya akka subba qumbi'ii ti;

14Jaalalleen kiyya naaf akka daraaraa

4Mufiin gadhi-jabeenna;

5Jaalala dhokate caalaa,

6Sunqaa diinaatii mannaa,

3Waan qabu mara hiyyeeyyi'iif kennee,

4Jaalalli ossaamessa; jaalalli arja'a; jaalalli hin hinaafu; hin bondhooru; ifi hin jaju.

5Jaalalli jallichaa moti; jaalalli bu'aa ifii qofa hin barbaadu; jaalalli hin bilinjawu; jaalalli yakkaa hin laakkowu.

12Yoona worra Waaqaaf filatantane, woyyoontanee

13Wol dande'a; nami namatti quuqameeru yoo jiraate, woliif araarama'a; akkuma Kiristoos isiniif araarame, isinille woliif araarama'a.3:13 Efe. 4:32

14Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju'uun wolitti hidhu uffadha'a.

1Nama hunnaamessa!

2Ati ka soba baratte,

1Ijoollee Waaqaa jedhannee akka waammannuuf,

2Jaalota tiyya! Nuuti ijoollee Waaqaa ti; duuba maan akka teenu haga ammaatitti beekkamee hin jiru. Te'uu malee yennaa Kiristoos deebi'ee dhufu3:2Deebi'ee dhufu: Mudhatu akkuma inni jiruun waan isa dhagginuuf, akka isaa akka teenu hin beenna.

3Nami Kiristoositti addii tana qabu

7Yihudoota na woliin hidhamanee turane

8Jaala kiyya jaalatamaa Gootta'aan jaaladhu, Aphiliiyaaxositti nageya naaf hima'a.

9Jaala kiyya jaalatamaa Isxaakisii fi Urbaanosii karaa Kiristoosiitiin nu woliin hujutti nageya naaf hima'a.

5Akkasuma isin dargaggooti jaarsole'eef ajajama'a.

6Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaamessaa jalatti ifi gad qaba'a.

7Waan Waaqi isiniif yaaduuf, waan

1Hiddi dhaloota Yesuus Kiristoosii sanyii Abrahaamiitii fi sanyii Daawitii kana.

2Abrahaam Yisihaq uumate; Yisihaq Yaaqoob

8Lafa ati amma alagaa itti

9Ammalle Waaqi Abrahaamiin, «Atii fi sanyiin teeti, dhalooti si'iin duubaalle gondooroo tiyya eegadha'a.

10Gondooroon tiyya ta anaa fi

11«Gammadi kiyya isin keessa akka

12Ajaji kiyya kana: akkuma ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha'a.

13Nami tokko jiruu ifii jaalota ifiitiif dabarsee kenniisa irra caalaa, jaalala caalu hin qabu.

14Sababille inni worra woyyoome san

15Ayyaanni Woyyichille marroo waan kanaa dhugaa nu'uuf hin baya. Inni duraan dursee,

16«Guyyooti sun yennaa geyane,

1Ana jaarsa biraa:

2Jaala kiyya! Akkuma lubbuun teeti tolte, akka fayyaa teetuu fi wonni maraa si'iif tolu hin daadimadha.

15Hiiwo, Arqo, Siino,

16Arwaado, Simaaroo fi Kamaato uumate.

17Ilmaan Seemii: Elaam, Ashuur, Arfaaksaad,

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-20_17-16-08-