2ka arfeesso’oo Nohaa, ka shaneesso’oo Raafaa uumate.
5Geraa, Shefufaanii fi Huraam.
32fi abbaa Shime’aa Miiklot. Isaan kunille fuullee fira ifii Yerusaalem keessa le’ane.
276 resultados encontrados
2ka arfeesso’oo Nohaa, ka shaneesso’oo Raafaa uumate.
5Geraa, Shefufaanii fi Huraam.
32fi abbaa Shime’aa Miiklot. Isaan kunille fuullee fira ifii Yerusaalem keessa le’ane.
7Nuuti akka ergantoota Kiristoosiititti waan barbaachisaa te’e isin gaafatuu hin dandeennaayyu. Ammoo akka haadha daa’ima ifii hoosittee guddittuu, qajeelumma’aan odduu teessan leene.
8Nuuti waan guddoo isin jaalannuuf, Oduu Gammadaa ta Waaqa irraa dhutte callaa adoo hin te’in, jiruu teennalle isiniif qoodiisaaf qophoonneerraayyu. Sababille isin jaalota teenna!
12Le’ii Waaqa gara mootummaa ifiitii fi ulfinna ifiititti isin waame gammachiittu akka leetanu isin gorsaa, jajjabeessaa, magannee isiniin jenneerra.
4Maarre inni irbaata irraa ka’ee, woyaa lafa keyatee, fooxaa ittiin haxowanu hidha ifiititti marate.
23Barattoota keessaa tokko, ka Yesuus isa jaalatu, Yesuusitti aanee tee’eeraayyu.
34Ani ajaja haareya isinii kenna: Wol jaaladha’a. Akka ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha’a.
8Cubbuu teessan irraa akka deebitane waan mudhisu tolcha’a. Abbaan keenna Abrahaam jedhiisatti hin ka’ina’a. Waaqi dhakoota kana keessaa fuudhee Abrahaamiif ilmaan tolchiisa akka dande’u ani isinitti hima.
15Kolbaan hedduun dhufa Kiristoosii eegiisatti waan jirtuuf, «Yohaannis Masiihii3:15Masiihii: Kiristoos te’innaa?» jettee mante.
38Enoshi ka Sheetii, Sheeti ka Addaamii, Addaam ka Waaqaa ti.
6Waaqi worra se’a7:6Se’a: Hamilee cabe jajjabeessu ammoo, dhufa Tiitoosiitiin nu jajjabeesseera.
12Maarre ani isiniif barreessulle, hinaaffaan isin fuula Waaqaa duratti nu’uuf qaddanu akka isiniif ifa teetu malee, marroo nama yakkaa hujeetii fi yakkametiifii moti.
16Ani karaa maraan isinitti addatiisa waan dande’eef guddoo gammadeera.
2«Ka’iitii, gara mana nama faara dhowuu gad bu’i; ani achitti ergaa tiyya sitti hima» jedhe.
3Maarre ani gara mana nama faara dhowuu gad bu’ee, inni korboo ifii ta dhaka’aa irratti faara dhowuun dhagge.
16Latti isaanii ontee,haga bara baraa ta murgo’oo hin teeti;nami karaa san dabaru marti baaseffatiisaanmataa ifii raasan.
1Ee Waaqa, waan nu irratti te’e qaabadhu;kunoo, salphinna keennalle dhaggi.
16Nuuti cubbuu waan hunyeef,ulfinni nu irraa ka’eera;nu’uuf aanne’e!
19Ee Waaqa, ati ammoo,haga bara baraa mooti’i;barcumaan mootummaa teetiilledhalootaa haga dhalootaatitti jiraata.
12Inni midhaan keeti wolitti qabeegara eeddummee teetii akka si’iif fidu hin addattaa?
17Ka qarummaa isii dhoogge,ka hubantiille isi’iif hin kennin ana Waaqa.
26«Cululleen qarummaa teetiin koolaan kaateegara kibbaatitti koola ifii badhifattii?
8ka sadeesso’oo Haariimiif, ka arfeesso’oo Se’oriimiif,
11ka sagaleesso’oo Yeshu’aaf, ka kudhaneesso’oo Shekaaniya’aaf,
16ka kudhanii sagaleesso’oo Phetaayaaf, ka diddameesso’oo Yihesqeliif,
15«Nami abbaa ifii yookiin haadha ifii dhaanu ijjeefamuu ti.
17«Nami abbaa yookiin haadha ifii abaaru ijjeefamuu ti.
18«Nami wol lolee, tokkochi kaan dhakaan yookiin tuntummu’uun dhowee, nami dhowame sun adoo hin du’in taqee irra yoo ciise,
1Ana Simoon Pheexroosii, tajaajila’aa fi ergamaa Yesuus Kiristoosii te’e irraa:Worra karaa balchummaa Waaqa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, dhugeeffannaa gatii guddo’oo, tama akka nuuti dhaggannee dhaggattaneef:
7nama Waaqaa te’iisa irratti, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa, akka obboleeyyanii woliif yaadiisa irratti jaalala nama maraa qabaadha’a.
16Nuuti hunnaa fi deebi’ee dhufiisa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii yennaa isinitti beessinne, guddinna isaa iluma teennaan dhaggineeti malee, mammaassa beekkumsa namaatiin dadame irratti hundoonneetii moti.
4Ammoo arjumma’aa fi jaalaltiin Waaqa fayyisaa keennaa yennaa mudhatte,
8Wonni kun jecha dhuga’aa ti.Worri Waaqatti dhugeeffate hujii dansaa hujiisaaf akka ifi kennu, jabeessitee akka gorsitu barbaada; wonni kun dansa’aa fi ta nama maraaf bu’aa qaddu.
15Worri na woliin jiru duudiin nageya siif dhaameera. Worra dhugeeffanna’aan nu jaalatuuf nageya keenna himi.Badhaadhi Waaqaa isin duudii woliin jiraatu.
4Mootichi fuula ifii hagooggatee, «Aannee ilma kiyya Abisaalom! Aannee Abiishaalom! Ilma kiyya! Ilma kiyya!» jedhee iyyee bowe.
8Maarre mootichi ka’ee karra dura tee’e; namoota maratti, «Mootichi karra dura te’eera» jedhanee yennaa himane, marti isaanii gara isaa dhufane.Yennaa san Israa’elooti marti gara mana mana ifii baqataneeraniiyyu.
12Isin obboleeyyan foonii fi dhiiga kiyyaa ti; mooticha gara mana mootummaa isaa deebittanee fidiisaaf, dura aaniisaaf adoo maltanuu maaf duubatti hattanee ree?› jedha’a.
26Mefii-Bosheet deebisee, «Goottaa kiyya mooticha, ani tajaajilaan keeti naafa waan te’eef, ‹Mooticha woliin akka deemu harree kooraa itti naa fe’i› jedheeraayyu; garuu tajaajilaan kiyya Ziibaan na sobe.
2Nuuti martinuu dokonkora hedduu goona; nami dubbii ifiitiin hin dokonkorre, nama nafa ifii duudii toowatuu dande’u, nama miju’u.
10Afaanuma tokkocha keessaa galataa fi abaarsi baya; obboleeyyan tiyya! Kun te’uu hin malle.
13Isin keessaa qarichaa fi hubataan eennu? Inni le’ii ifii dansa’aan, waan ifi gadi qabiisaa fi qaroomaan hujuun mudhisuu ti.
7Qixxee isiin ulfinna ifiif kennitee, qanannumma’aan leete,farraa fi gadda kenna’aaf.Isiin gadhaa ifii keessalle’etti, ‹Ani mootittii te’eera;ani haadha hiyyeessaatii moti;ijjumaa hin gaddu› ifiin jetti.
11«Nami haganaa achi fe’iisa isaanii bitatu waan hin jirreef, daddaltooti lafaalle isi’iif waacifanee bowan.
12Fe’iis sunille: Worqii, meetii18:12Meetii: Birrii sibiilaa, dhakaa gatii guddo’oo, dooqa, woyaa miila talba’aa irraa hujante, woyaa dhiillee, woyaa haarri’ii, woyaa diintuu, muka uddowu mara, waan ilka arbaa irraa, muka gatii guddo’oo irraa, sageettuu irraa, sibiila irraa fi waan dhakaa adii irraa hujame mara,
23Ifi issa’aa,deebi’ee si keessatti hin ifu.Qoonqoon waajibichaatii fi waajibitti’ii,deebitee si keessatti hin dhage’antu.Daddaltooti keetinamoota gugurdoota biyya lafaa ti.Ati xanoo teetiin kolbaa duudiidokonkorsiteerta.
14«Israa’el keessaa wonni ana Mootii Waan Maraatiif murteeffame marti keeti te’uu ti.
15«Wonni Angafa te’e marti, nami yookiin horiin ka Israa’elooti ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessanu keeti te’anuu ti. Angafa namaatii fi angafa hori’ii ka qulqulluu hin te’iniif ammoo wodoo fudhatuu qadda.
25Mootiin Waan Maraa Muuse’een,
18Meeti’ii fi worqii hafaneen, atii fi obboleeyyan teeti Yihudooti akka fedha Waaqa keessanii waan isin gammachiise huja’a.
23Wonni Waaqi ol-gubba’aa ajaje marti, ifi eegganna’aan Galma Waaqa ol-gubba’aatiif godhamuu ti! Ana mootichaa fi ijoollee tiyyatti mufiin maaf dhutti ree?
25Atille Izraan, qarummaa Waaqi sii kenneen, kolbaa laga Efraaxiisii irraa gara aduun seentu jirtu mara akka bulchanuuf, abbootii seeraatii fi abbootii mura’aa ka seera Waaqa keetii beekanu filiif! Worra seera hin beenne atinuu barsiisi!
4Iyaasuu sobiisaaf murteeffatane. Isaan worra lafa fago’ootii ergamane ifi fakkeessanee, galaa qopheeffatanee, subba dullootaa fi qalqalluu daadhii woyni’ii ka dulloomee tarsa’ee erbame harree ifiititti fe’atane.
12Daabboo teenna ilaala’a. Yennaa nuuti isiniin wol dhaggiisaaf mana keennaa qabannee baane o’itu’u. Amma ammoo, akka isiin goddee buullansootte ilaala’a!
20Kakuu isaaniif kakanne diinnee mufiin Waaqaa akka nutti hin dhunne, kowa’a jiraatanuu lakkinna.
25Kunoo, nuuti harka keeti keessa jirra; waan ila teeti duratti dansa’aa fi sirrii te’ee mudhate nu irratti godhi» jedhaneen.
40«Ati ka Galma Waaqaa diiddee guyyaa saditti deebittee ijaartu, ifi fayyisi me! Ati yoo Ilma Waaqaa teete, fannoo irraa gad bu’i!» jedhaa isa arrassane.
42«Inni worra dhibii fayyiseera; mataa ifii fayyisuu hin dande’u. Inni mootii Israa’elii yoo te’e, me amma fannoo irraa gad bu’uu ti; nuutille isatti hin dhugeeffanna.
59Maarre Yoseef reeffa fudhatee, woyaa qoolaa qulqullu’uun maree,
7Te’uu malee horii maraa fi waan qachoota isaanii keessaa saanne mara ifiif fudhanne.
27Qaccee gaara Phiisga’aatitti ol bayiitii gara aduun seentuu fi gara kaabaa, gara kibbaatii fi gara aduun baatu ilaali. Ati laga Yordaanosii gamatti waan hin buuneef, ila teeti qofaan ilaali.
29Maarre nuuti dhooqa Bet-phe’or bira jirtu keessa turre.