Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Efésios 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–20 de 23

    1Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Kiristoos Yesuusii te’e irraa:Worra Kiristoos Yesuusiif addatantane, kolbaa Waaqaa ta Efesoon keessa jirtanuuf,1:1 HuE. 18:19-21

    9Waaqi akkuma duraan karaa Kiristoosiitiin karoorfate, dhossaa fedha ifii akka halchaa ifii dansa’aatitti akka nuuti beennu godhe.

    20yennaa inni Kiristoos du’a keessaa kaasee, ol-gubba’atti midda ifiititti isa teessise ittiin hujee ti.

  2. 1 Coríntios 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 20–24 de 40

    20Nami tokko tokkoonuu akka yennaa Waaqi isa waame jirutti le’uu qaba.

    23Waaqi gati’iin waan isin bitateef, garboota namaa hin te’ina’a.

    24Obboleeyyan tiyya! Nami tokko tokkonuu yennaa waamame akka jirutti Waaqa woliin jiraatuu ti.

  3. Gálatas 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 16–20 de 21

    16Te’uu malee nami Yesuus Kiristoositti dhugeeffatiisaan malee, Seera eeggatiisaan akka hin balchoonne beenneerra. Nuutille Seera eeggatiisaan adoo hin te’in, Kiristoositti dhugeeffatiisaan akka balchoonnuuf Yesuus Kiristoositti dhugeeffanneerra. Eennulle Seera Muuse’ee eeggatiisaan hin balchoomu.2:16 Far. 143:2; Rom. 3:20,22

    19Ani Waaqaaf le’iisaaf, karaa Seeraatiin Seera duraa du’eera; ani Kiristoos woliin fannifameera.

    20Maarre haganaa achi Kiristoos ana keessa le’a malee, ani ifiif hin le’u. Le’ii amma fooniin le’ulle, Ilma Waaqaa ka ana jaalatee, ifi dabarsee naaf kennetti dhugeeffatiisaan le’a.

  4. Gálatas 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 4–29 de 31

    4Barri murtaye sun yennaa geye, Waaqi Ilma ifii nuuf erge. Inni dubartii irraa dhalatee, Seera jalatti bule.

    10Guyyaa, ji’a, bonaa-gannaa fi woggaa adda te’e ulfeessitan.

    29Te’uu malee, yennaa san ka akka fedha foonii calla’aan dhalate, ka fedha Ayyaana Waaqaatiin dhalate akkuma ari’e, ammalle akkasuma hin te’a.

  5. Romanos 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 1–27 de 27

    1Obboleettii teenna Feebeen, ta wolde’a kiristaanaa ka Kanchire’aa keessa tajaajiltu, nama dansaa akka teete akka beettanu barbaada.

    10Aphelesii Kiristoositti dhugeeffatiis isaa mirkaneeffametti nageya naaf hima’a. Worra maatii Arisxobulosii te’elle’etti nageya naaf hima’a.

    27Karaa Yesuus Kiristoosiitiin, Waaqa qofuu qarichaaf, bara baraan ulfinni te’u.

  6. Filipenses 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 19–30 de 30

    19Marroo teessan dhage’ee gadhaan kiyya akka gammaduuf, dafee Ximootewoos gara keessan ergiisaaf Goottaa Yesuusitti addii godhadha.

    21Worri kuun maraa Yesuus Kiristoosiif adoo hin te’in, bu’aa ifii barbaadatan.

    30Qarqaarsa isin naaf kennuu hin dande’in guutiisaaf jedhee, adoo jiruu ifiitiifille hin qorin, hujii Kiristoosiitiif du’a geyeeraayyu.

  7. Atos 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 21–28 de 38

    21Cubbuu irraa gara Waaqaatitti deebi’anee, Goottaa keenna Yesuus Kiristoositti akka dhugeeffatanu, Yihudootaa fi worra Yihudoota hin te’iniif ani dhugaa bayeera.

    24Te’uu malee ergaa tiyya yoo fixee, hujii Goottaan Yesuus natti kenne ta Wongeela badhaadha Waaqaalle yoo lallabee muummesse, jiruu tiyya woyittuu hin laakkowu.20:24 2 Xim. 4:7

    28Maarre ifii fi hoolee Waaqaa akka isin eeddanuuf isinitti kennantelle’eef ifi eegadha’a; wolde’a kiristaanaa ka Waaqaa, ka inni dhiiga ilma ifiitiin ka ifii godhate tissa’a.

  8. Jó 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 13–25 de 35

    13Maaf Waaqatti aarteedubbiin akkasii afaan keetii baati?

    14«Nami qulqulluu te’uu hin dande’aa ree?Nami foon uffate balchaa te’uu dande’a ree?

    25Inni harka ifii Waaqa irratti waan kaaseef,Waaqa waan mara dande’u irrattijabaa waan ifi fakkeesseef,

  9. Salmos 85

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 85
    Mostrando versículos 1–5 de 13

    1Ee Mootii Waan Maraaati lafa teeti mararteerta;sanyii Yaaqoobiitiifmilkii adde’etti deebitteerta.

    4Ee Waaqa fayyisaa keenna,adde’etti nu deebisi;nutti mufatiisa lakkisi.

    5Ati haga bara baraa nutti aartaa ree?Aarii teeti dhaloota irraagara dhalootaatitti dabarsitaa ree?

  10. Amós 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 4–7 de 14

    4Isin taqee ilka arbaatiin seefante irra rattan;taqee gaggabaadduu irra balxiixxan.Hoolee keessaa foon buruusotaa,loon keessaa foon jabbi’ii nyaattan.

    6Isin daadhii woyni’ii okkote’een untan;fiqiree, fiqiree mara caaltu dibattan malee,badii sanyii Yoseefii irra geettuuf hin gadditanu.

    7Tanaaf isin worra booji’amu keessaa ka qaraa hin teetan;fexxeessi keessanii fidalaqiis6:7 Dalaqiis: Yookiin bashannaniis yookiin ashalaqiis keessan hin hafan.

  11. Levítico 21

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 2–19 de 24

    2Te’uu malee fira ifii ka dhiko’oo abbaa yookiin haadha ifii, ilma ifii yookiin intala ifii, obboleessa ifii

    18Nami fafa qabu hin dhikaatin. Ballaan yookiin naafi, nami fuula farqu’uu, farri,

    19nami harka yookiin miila caba’aa,

  12. 2 Timóteo 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 9–22 de 22

    9Ariiti’iin akka teete te’ii koy.

    12Xikiqoos ammoo gara qachaa Efesoonii ergeera.4:12 HuE. 20:6

    22Goottaan ayyaana keeti woliin jiraatu.Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.

  13. Salmos 65

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 65
    Mostrando versículos 1–11 de 13

    1Ee Waaqa, Xiyoon keessattisi leellisuu,waadaa si’iif gallelle muummessuu qanna.

    5Ee Waaqa fayyisaa keenna,hujii maade’eeta balchumma’aatiin deebii nuuf kennita.Worri qaccee lafaaabbaaya’aan gama fagoo jiru martilleaddii sitti godhata.

    11Arjummaa teetiin bara eebbitta!Gara ati dhaxxe maramidhaan baca’atti jiraata.

  14. João 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–55 de 71

    3Yesuus gara gaara tokkoo ol bayee, barattoota ifii woliin tee’e.

    54Nami foon kiyya nyaatuu fi dhiiga kiyya unu jiruu bara baraa qaba; Ani guyyaa muumme’ee du’a keessaa isa hin kaasa.

    55Foon kiyya sagalee dhuga’aa ti; dhiigi kiyyalle unii dhuga’aa ti.

  15. 1 Pedro 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–19 de 19

    1Eega Kiristoos nafa ifiitiin rakkate, isinille akka nama meya woraanaa hidhatee yaada kanaan jabaadha’a; sababille nami nafa ifiitiin rakkatu cubbuu dhiiseera.

    13Addee akkasii yennaa Kiristoos ulfinna ifiitiin mudhatu gammadi keessan guddaa akka te’u, rakkoo isaa worra qoodamu waan teetaneef gammada’a.

    19Maarre worri akka fedha Waaqaatitti rakkatu, ifi Abbaa dadaa addatama’atti magannee kennatee, waan dansaa ittuma hujuu ti.

  16. Naum 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 8–11 de 15

    8diinota ifii ammoo akka lolaa haxowuuijjumaa balleessee, dukkanatti hin ari’a.

    9Isin maaf Waaqa irratti mala dhoottan?Inni ijjumaa isin hin balleessa;lammeessoo nami isa irratti ka’u hin jiru.

    11Ee Nanawwe’e, nami Waaqa irratti mala dhowu,ka waan hantuu gorsulle,si keessaa ka’e.

  17. Atos 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 16–47 de 47

    16Tun ammoo afaan raagicha Yo’eliitiin,

    46Guyyaa guyya’aan Galma Waaqaa keessatti addee tokkotti wolitti qabamaa mana ifii keessalle’etti daabboo caccaffataa, gammadaa fi gadhaa qullu’uun areerrataa,

    47Waaqalle leellifataa, nami duudiille isaan ulfeessaayyu. Goottaalle guyyuma guyya’aan worra fayyanu isaanitti dabale.

  18. João 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 26–45 de 47

    26Akkuma Abbaan madda jiru’uu te’e, Ilma ifiille madda jiru’uu akka te’u godheera.

    30«Ani baallii tiyyaan womaa godhuu hin dande’u. Akkuma Abbaa kiyya irraa dhage’e mura; waan ka na erge fedhu qofa malee, waan ifii fedhu waan hin gooneef, muraan tiyya dhuga’a.

    45Ani Abbaa kiyya duratti waan isin himadhu hin seyina’a. Muusee isin addii itti godhattanettuu isin himata.

  19. Ezequiel 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 2–26 de 36

    2«Ee ilma namaa! Marroo qachaa Xiiroosiitiif faaruu gaddaa faarsi;

    10« ‹Namooti Faaresii, Ludii fi Fuxii loltoota te’anee loltoota teeti keessa tajaajilane. Isaan wonte’ee fi gullee sibiilaa si keessatti fannisanee akka ati ulfinna dhaggattu si godhane.

    14Worri Bet-Togaarmaalle fardoo fe’iisaa, fardoo woraanaatii fi gaangolee meya keetiin jijjiiratane.

    25gadhaa abbaaya’aa keessatti akka hobolo’oo fe’iisa ulfaata’aan guutanteerta.

    26« ‹Worri si oofu gara ila abbaaya’aa si geessane.Qilleensi karaa aduun baatuuwodhakkaa abbaaya’aatitti si butuche.

  20. Jó 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 2–10 de 23

    2«Dhugaa Waaqa jiraataa waan mara dande’uuka haqa kiyya na dhooggatee,jiruu tiyya natti hadheessee,

    3haga lubbu’uun jiruhafuurri Waaqi na keessa keye haga na keessa jiru,

    10Isaan Waaqa waan mara dande’uttihin gammadanii ree?Yennaa mara Waaqa hin waammatanii ree?

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo