Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

200 resultados encontrados

  1. Romanos 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 1–29 de 33

    1Nuuti worri dhugeeffanna’aan jajjaba teene, ba’aa worra dadhaboole’ee ba’atuu qanna malee, ifi gammachiisuu hin qannu.

    5,6Waaqi, ossaa fi jajjabeenna namaaf kennu, yaada tokko qabaattanee, fakkeenna Yesuus Kiristoosii hordottanee, addee tokko qoonqoo takka’aan, Waaqa Abbaa Yesuus Kiristoosii akka leellifattanu isin dandeessisu.

    29Yennaa gara keessan dhufu, eebbaa Kiristoosii guutumaa guutu’utti fidee akka dhufu ani hin beeka.

  2. Eclesiastes 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–9 de 16

    2Tanaaf, ani, «Worra haga ammaa jiru’uun jiru caalaa worra duruu du’eeru woyya.

    6Elo’oo fi qilleensa ari’iisaan harka lama dhaggatiisaa mannaa, qalbii nageyaatiin harka tokko dhaggatiisaa woyya.

    9Eloo ifiitiif bu’aa dansaa waan dhaggatanuuf, tokko te’uu irra lama te’uu woyya.

  3. Atos 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–12 de 40

    4Dhugeeffattooti bittinnowane addee mara dhaqanee, Oduu Gammadaa lallabane.

    8Tanaaf qachaa san keessatti gammadi guddaan te’e.

    12Isaan ammoo Filiphoos marroo oduu gammada Mootummaa Waaqaatii fi maqaa Yesuus Kiristoosii yennaa isaanitti lallabe dhage’anee, dhiiraa fi dubartooti dhugeeffatanee cuuphamane.

  4. Jeremias 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–5 de 25

    2Qaccee koobota goddu’uu ol ilaali! Addeen ati irratti hin sagaagalle jirtii? Akkuma worri Arabaa lafa goomole’ee keessatti nama saamiisaaf eegatu, akkasuma atille karaa keessa teettee worra si jaalatu eegatte. Sagaagalumma’aa fi hammeenna keetiin lafa batteessite.

    3Tanaaf tiifuun dhabantee, bokkeenni hageyyaalle bade. Ati ammalle amala sagaagalumma’aa waan qadduuf, qaanii dhaddeerta.

    5ati yennaa mara aartaa? Aariin teeti haga bara baraatii?› jedhaa, ammoo hammeenna hujuu dandeettu mara hujja» jedhe.

  5. 1 Samuel 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 17–26 de 28

    17Achiin duuba Eliin deebisee, «Nageyaan deemi! Waaqi Israa’elii waan ati isa gaafatte si’iif kennuu ti» jedheen.

    25Isaan dardara san yennaa qalane mucaa gara Eli’ii geessane.

    26Haannaan Eli’iin, «Ee goottaa kiyya, ka jiraataa teete; dubartiin as si dura dhaabbattee gara Mootii Waan Maraa daadimataa turte sun ana.

  6. Êxodo 16

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 28–36 de 36

    28Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse’een, «Isin haga yoomii ajajaa fi seerata kiyya eegatuu diddan?

    30Maarre guyyaa torbeesso’oo kolbaan foorfatte.

    36Omeeriin tokko eefaa16:36 Eefaan tokko: Gara kiiloo kudhanii shanii ti. harka kudhan keessaa harka tokko.

  7. 3 João 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–11 de 15

    4Ijoolleen tiyya dhuga’aan jiraachuu isi’ii dhage’iisaan irra wonni na gammachiisu hin jiru.

    9Ani wolde’a kiristaanaatiif xalayaa barreesseera; Diyotreefesiin sooressa te’iisaaf barbaadu ammoo yaada kiyya hin fudhanne.

    11Jaala kiyya! Waan dansaa fakkaadhu malee waan hamaa hin fakkaatin. Nami waan dansaa huju ka Waaqaa ti; nami waan hamaa huju Waaqa hin dhaggine.

  8. Colossenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–12 de 18

    2Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha’a.

    3Akkasuma dhossaa Kiristoosii, ka ani marroo isi’iitiif hidhamee jirulle lallabiisaaf akka dandeennu, Waaqi ergaa ifiitiif akka karaa nuu banu daadimadha’a.

    12Akkasuma Ephafraasiin nama keessan te’e, tajaajilaan Kiristoos Yesuusii nageya isiniif erga; jiruu ayyaanaatiin guddatiisaan jabaattanee, akka dhaabbattanuu fi fedha Waaqaa mara akka muummessitanu, inni yennaa mara isiniif jabaatee daadimata.

  9. Neemias 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 6–10 de 19

    6Ani yennaa iyyata isaanii kana dhage’e guddoo aare.

    9Maarre ani, «Wonni isin hujiisatti jirtanu dansa’aa moti; akka worri diina keennaa nu hin qaanessine, isin Waaqa sodaatiisaan ideemiisa maltane.

    10Anii fi worri kiyya, tajaajiltooti tiyyalle beese’ee fi midhaan kolba’aaf liqeessineerra. Dhala liqa’aa fudhatiis hafuu ti.

  10. 1 Samuel 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 3–24 de 36

    3Mootiin Waan Maraa Waaqa beekaanama mara madaalu waan te’eefhin koorina’a!Ifi jajiisaan hin dubbatina’a!

    12Ilmaan Eli’ii ilmaan bu’aa hin qanne; isaan Mootii Waan Maraa hin beenne.

    24Waawwo’o, ilmaan tiyya! Oduun kolbaa Mootii Waan Maraa keessa facaatuun ani dhage’u tun dansa’aa moti.

  11. Daniel 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 20–38 de 45

    20«Mootiin addee isaa bu’u, ulfinna mootummaa ifii eegisiisaaf nama gibira guuru hin erga; te’uu malee woggaa diqqo’oon duuba aarii kolba’aatiin yookiin woraanaan adoo hin te’in, mootichi sun hin du’a.

    22Inni loltoota hunnaameyyii bacaa, sooressa gondooro’oo injifatee haxowee hin balleessa.

    38Addee isaanii, waaqa, ‹Kushee eega› jedhamuuf ulfinna hin kenna; waaqa abbootiin isaa ta durii hin beenne tokkoof, worqi’ii fi meetii, dhakaa gatii guddo’ootii fi kennansa gatii guddo’oo kenniisaan ulfinna hin kenna.

  12. Jó 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 3–18 de 23

    3haga lubbu’uun jiruhafuurri Waaqi na keessa keye haga na keessa jiru,

    12Isin martinuu tana dhaggitaneertan;eegasuu waan bu’aa hin qanne maaf dubbattan ree?

    18Manni isaan ijaaranu akka mana saaphuphu’uutii fiakka gosee nama midhaan eeguu ti.

  13. 1 Coríntios 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–18 de 31

    1Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Yesuus Kiristoosii akka te’uuf waamamee fi obboleessa keenna Sostenees irraa:

    9Ilma isaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoos woliin, tokkummaa akka qabaattanu ka isin waame Waaqi addatama’a.

    18Ergaan fannifamuu Kiristoosii worra baduuf gowwumma’a; nu worra fayyuuf ammoo hunna Waaqaa ti.

  14. Lucas 17

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 3–30 de 37

    3Maarre isin ifi eeggadha’a; obboleessi keeti yoo si yakke, jabeessii gorsi17:3Jabeessii gorsi: Xixi; yoo inni yakkaa ifii irraa deebi’e isaaf araaram.17:3 Mat. 18:15

    5Ergantooti Gootta’aan, «Dhugeeffannaa teenna ede’i» jedhane.

    30Guyyaa Ilmi Namaa mudhatuttille akkasuma hin te’a.

  15. Deuteronômio 29

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 3–18 de 29

    3Balaa gugurdaa, bilbaasotaa fi waan maade’ee gugurdoo san iluma teessaniin dhaggitaneertan.

    9Tanaaf wonni isin gootanu marti akka isinii teetuuf, jechoota gondooroo tanaa eegadha’a.

    18Isin keessaa dhiirti yookiin dubartiin, maatiin yookiin gosi gadhaan isaanii Mootii Waan Maraa Waaqa keenna irraa deebi’e, dhaqanee waaqota gosa biyya adda addaa akka hin waaqonfanne ifi eegadha’a. Hiddi midhaan hadhowaa summii qabu buusu odduu teessan akka hin jiraanne ifi eegadha’a.

  16. 2 Reis 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 6–11 de 21

    6Harka sad keessaa harki tokko karra Suurii eeguu ti; harka sad keessaa harki tokko karra eeddoti tuun eedduun duuba jirtu eeguu ti.

    7Isin worri guyyaa Sanbataa badoo eeddoo teessanii fixatane, Galma Mootii Waan Maraa ka mootichi keessa jiru eega’a.

    11Eeddoti tokko tokkoon isaanii meya lolaa qabatanee, Galma Mootii Waan Maraa irraa gara kibbaatii haga kaabaa, addee ciinca’aatii fi Galma Mootii Waan Maraa marsanee, mooticha eegiisaaf dhaabbatane.

  17. Marcos 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 14–35 de 35

    14Achiin duuba Inni akka isaan Isa woliin te’anu, Oduu Gammadaa lallabiisaaf akka ergamanu,

    23Jennaan Yesuus gara ifii isaan waamee, «Attamiin Seexanni Seexana baasuu dande’a?

    35Fedhii Waaqaa ka muummessu eennuuyyuu obboleessa kiyya, obboleettii tiyya, haadha tiyyalle’e» jedhe.

  18. Oséias 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 10–20 de 23

    10Ani gaarayyoota isi’ii duratti mulqee, qullaa isii hambura. Harka kiyya keessaa ka isii baasu hin jiru.

    19Ani haga bara baraa fuudhaaf si hawadadha; balchumma’aan, haqaan, jaalala bara baraatii fi mararti’iin fuudhaaf si hawadadha.

    20Ani addatamumma’aan fuudhaaf si hawadadha; atille ana Mootii Waan Maraa hin beetta.

  19. Mateus 24

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 4–42 de 51

    4Yesuus deebisee, «Eennulle akka isin hin dokonkorsine ifi eeggadha’a!

    19Guyyoota san dubartoota ulfaatii fi hoosisaatiif aanne’e!

    42Tanaaf, guyyaa Goottaan keessan dhufu waan hin beenneef, dammaqa’aa eegadha’a.

  20. Isaías 26

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 2–8 de 21

    2Kolbaan balchittiinta dhugeeffannaa ifii eegatte akka seentuuf,karra qachaa sanii bana’a.

    3Nama qalbii ifiitiin jabaatee sitti irkatu,waan inni sitti addateef,ati nageya guutu’uun isa hin eedda.

    8Ee Mootii Waan Maraa!Karaa seera keetii irra ideemaa,addi’iin si eeganna;maqaa keetii fi waan ati nuu gooteqaabatiisa dharraana.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo