1Qachaa Yerusaalemii cubbicha, batticha nama cunqursuuf aanne’e!
2Inni namaaf hin dhage’u; gorsa namaa hin fudhatu; Mootii Waan Maraatitti hin addatu; gara Waaqa ifiille hin dhikaatu.
16Guyyaa sanitti namooti Yerusaalemiin,«Ee Xiyoon hin sodaatin!Harki keeti hin laashowin!