Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Gênesis 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 15–30 de 32

    15Kana’aan ilma ifii angaficha Sidoonii fi ka itti aanu Heeti uumate.

    24Arfaaksaad, Shalaa uumate; Shalaan, Ebeer uumate;

    30Latti isaan keessa le’ane, biyya koobittii gara aduun baatuu Meshaa irraa ka’ee haga Sefariititti badhatti.

  2. Isaías 58

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 58
    Mostrando versículos 5–11 de 14

    5Laam ani filadhe ka akkasii kanaa ree? Nami ka ifi gad qabu, guyyaa akkanaa qofaa ree? Akka allaadu’uu qooree mataa ifii gad qabatiisaa ree? Yookiin woyaa gaddaa uffatee daadhaa irra gangalatiisaa ree? Laam isin jettanu isa kanaa ree? Guyyaan ana Mootii Waan Maraa biratti fudhatama qabu guyyaa akkanaatii ree?

    9Yennaa isin daadimattanu, ani deebii isiniif hin kenna; yennaa isin qarqaarsaaf gara kiyya iyyitanu, anille isin jalaa hin owwaadha.«Isin nama cunqursiisa, quba namatti qabiisaa fi hantuu dubbatiisa yoo lakkittane,

    11Ani Mootiin Waan Maraa yennaa mara isin hin sooressa; lafa godduu keessalle’etti isin hin quussa; lafee teessan hin jabeessa. Isinille akka oorruu bisaan obaafamuu, akka madda bisaan isaa hin dhidhannee hin teetan.

  3. 1 Samuel 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 3–34 de 36

    3Mootiin Waan Maraa Waaqa beekaanama mara madaalu waan te’eefhin koorina’a!Ifi jajiisaan hin dubbatina’a!

    24Waawwo’o, ilmaan tiyya! Oduun kolbaa Mootii Waan Maraa keessa facaatuun ani dhage’u tun dansa’aa moti.

    34Ilmaan teeti lama Hofnii fi Fiinehaas irratti wonni te’u beessisa si’iif hin te’a; isaan lamaanuu guyyuma tokko hin du’an.

  4. Salmos 59

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 59
    Mostrando versículos 1–17 de 17

    1Ee Waaqa kiyya, diinota jalaa na baasi;worra na irratti ka’u irraa na eegi.

    5Ee Mootiin Waan MaraaWaaqa Waan Mara Dande’u,Waaqa Israa’elii,gosa biyya adda addaa adabiisaaf ka’i;worra hamaaleyyii,diinaaf dabarsee nama kennu hin mararin.

    17Ee Waaqa, ati gollaa kiyya,Waaqa na jaalatu,ee jabeenna kiyya,faaruu leellisaa sii dhikeessa.

  5. Efésios 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–17 de 24

    3«Dansaan akka siif teetuu fi lafa irra bara dheeraa akka leetu» jedha.

    11Maltummaa Seexanaatiin mormuu akka dandeettanu, meya woraanaa ka Waaqaa duudii hidhadha’a.

    17Fayyinna akka gullee sibiilaa keyadha’a; Jecha Waaqaa ka Ayyaanni Woyyichi isinii kennulle akka shallaaga’aa qabadha’a.

  6. Oséias 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 11–15 de 19

    11sagaagalaaf, daadhii woyni’ii ta baatee fi ta hin bayin, ta hubantii kolbaa tiyya irraa fudhatteef ifi kennane.

    12Kolbaan tiyya waaqota muka irraa hujame irraa gorsa gaafatti. Uleen mukaa deebii isaaniif kenniti. Ayyaanni sagaagalaa karaa irraa isaan gorsa; isaan Waaqa ifiitiif hin addatamanu.

    15«Ee, Israa’el, ati gaarayyeeffattulle, Yihudaan akka keeti hin te’in. Giilgal hin dhaqina’a; gara Bet-Aweenii4:15 Bet-Aween: Addee waaqota dharaa itti waaqonfatanu. ol hin bayina’a. ‹Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te’ee› jettaneelle hin kakatina’a.

  7. Números 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–29 de 49

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’ee fi Aaroniin,

    2«Lewwoota keessaa ilmaan Qehaatii akka firaa fi maatii maatii isaaniititti,

    29«Ilmaan Meraarii akka fira firaa fi akka maatii maatii isaaniititti,

  8. Daniel 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 20–38 de 49

    20«Qarumma’aa fi hunni ta isaa waan teeteef,maqaan Waaqaa haga bara baraa leellifamuu ti!

    29«Ee mooticha, ati taqee teeti irra adoo irkatteertuu waan gara duraa te’uuf jiru yaaddeeyyu; tanaaf Waaqi waan dhossa’aa mudhisu waan gara duraa te’uu jiru si’itti mudhise.

    38inni ilmaan namaa, horii, bineensotaa fi sinbirroota addee isaan jiranu maratti isaan mara irratti bulchaa si godheera. Tanaaf mataan fakki’ii ka worqi’ii sun si’i.

  9. 2 Coríntios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–14 de 18

    1Waaqi marartii ifiitiin tajaajila kana waan nu’uu kenneef addii hin kutannu.

    5Nuuti Yesuus Kiristoos Goottaa akka te’ee fi nuutille marroo isaatiif tajaajiltoota teessan akka teene lallabaarra malee, marroo teennaa moti.

    14Waaqi ka Goottaa Yesuus du’aa kaase, nu’ulle Yesuus woliin akka kaasuu fi isin wolille’een ifi duratti akka dhikeessu hin beenna.

  10. Oséias 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 11–14 de 15

    11Efreem waaqota dharaa hordofiisa yaada waan qabuuf, cunqurfamee, muraan isatti dhutte.

    12Ani Efreemiif akka qu’e’ee5:12 Qu’e’ee: Yookiin qooqqanna’aa yookiin barbaara’aa jedhamuu hin dande’ama., kolbaa Yihuda’aatiif akka shanto’oo hin te’a.

    14Ani Efreemitti akka neenqaa, Yihudaalle’etti akka neenqa dardaraa hin te’a. Ani tatarsaasee kukkutee isaan biraa hin deema; fuudheelle hin deema; ka isaan baasu hin jiru.

  11. 1 Tessalonicenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 5–18 de 18

    5Akka worra Yihudoota hin te’inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin.

    8Tanaaf, nami barsiisa kana tuffatu, nama adoo hin te’in, Waaqa Ayyaana Woyyicha ifii isiniif kennu tuffata.

    18Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.

  12. Ezequiel 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 2–36 de 49

    2«Ee ilma namaa! Obboleeyyan durraa lamaan ta haadha takkaa irraa dhalatane jiraniiyyu.

    22«Tanaaf, ee Aholiiba’a! Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Kunoo, ani gaarayyoota teeti worra ati diqattee irraa deebite san si irratti kakkaasee, karaa maraan sitti hin fida.

    36Ammalle Mootiin Waan Maraa anaan, «Ee ilma namaa! Ahola’aa fi Aholiiba’atti muriisaaf qophoottaa ree? Maarre hujii isaanii diqachiittuu san isaanitti himi.

  13. Gálatas 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–24 de 24

    5Baraa haga bara baraatitti Waaqaaf ulfinni te’u! Ameen.

    8Te’uu malee, nu’ulle yoo te’e, yookiin ergamaa Waaqaa ka ol-gubba’aalle yoo te’e, Oduu Gammadaa ta nuuti isinitti lallanne irraa ta gorte, yoo lallabe ka abaarame te’uu ti!

    24Sababa kiyyalle’eef Waaqa galateeffatane.

  14. 2 Crônicas 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 5–28 de 31

    5Isiin mootichaan, «Marroo hujii teetiitii fi marroo qarummaa teetii wonni ani biyya tiyya keessatti dhage’e dhuga’a.

    7Namooti keeti worri si tajaajilanu attam attam ka hiree dansaa qabanu! Qondaaltoti teeti worri yennaa mara si dura dhaabbatanee, qarummaa teeti dhage’anu attam attam ka badhaadhane!

    28Fardoolee biyya Gibxi’iitii fi ta lafa mara keessaa Solomooniif fidane.

  15. Jó 29

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 2–15 de 25

    2«Le’iin tiyya ta ammaata akka yennaa Waaqi dur na eegeeadoo teete ani attam fedhaayyu!

    7yennaa ani gara seensuma karra qacha’aa dhaqe,yennaa ani addee wolgeyi’ii san tee’e,

    15Ani worra balla’aaf ila,worra naafafille miila te’eeraayyu.

  16. Provérbios 27

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 1–9 de 27

    1Waan Guyyaan fidu waan hin beenneef,waan boru te’uun ifi hin jajin.

    8Nami qe’ee ifii keessaa baye,akka sinbirree mana ifii keessaa baatee ti.

    9Fiqire’ee fi qayyi nama gammachiisan;gammachiisiis jaalaallegorsa dansaa isaa irraa madda.

  17. 1 Samuel 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 8–24 de 29

    8Maarre Saa’ol gara qachaa Qeyilaa dhaqee Daawitii fi namoota isaa marsee qabiisaaf loltoota ifii mara waame.

    20Ee mooti’i, ati yennaa feete koy! Nuuti isa qannee dabarsinee sitti hin kennina» jedhaneen.

    24Maarre namooti ka’anee adoo Saa’ol hin deemin dursanee Ziif dhaqane. Yennaa tana Daawitii fi namooti isaa biyya Arabaayii ta lafa goomole’ee irraa gara kibbaa jirtu goomolee Mo’aa keessa jiraniiyyu.

  18. Êxodo 30

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 30
    Mostrando versículos 11–22 de 38

    11Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse’een,

    17Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse’een,

    22Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse’een,

  19. Deuteronômio 28

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 3–54 de 68

    3Qachaa keeti keessatti, fichaa keeti keessalle’etti hin eebbifanta.

    16Ati qacha’aa fi fichaa keessatti hin abaaranta.

    54Isin keessaa nami laafaan qeenxalloonuu obboleessa ifii, haadha manaa ta ifii ta jaalatuu fi ijoollee ifii worra hafane ila hantu’uun hin ilaala.

  20. Atos 24

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 3–16 de 27

    3Nuuti waan kana yennaa mara, addee maratti galata gudda’aan fudhanna.

    14Ammoo waan tokko sitti himadha; ani karaa isaan, ‹Dhara› jedhanu san hordofiisaan, Waaqa abbootii teennaa waaqonfadha. Te’uu malee waan Seera Muuse’eetii fi kitaaba raagotaa keessatti barreeffame duudii hin dhugeeffadha.

    16Ani Waaqaa fi nama duratti wodanaa dansaa akka qabaadhu yennaa maraa mixiixxadha.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo