Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Jó 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 7–17 de 21

    7«Me yaadadhu:nami balleessaa hin qanne,yookiin nami balchaan badee beekaa ree?

    15Qilleensi fuula na dhowee,nafi kiyya suugajjaye.

    17‹Waaqa caalaa nami balchaa te’uu dande’aa?Yookiin ka isa dade durattiqulqulluu te’uu dande’aa?

  2. Gálatas 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 4–29 de 31

    4Barri murtaye sun yennaa geye, Waaqi Ilma ifii nuuf erge. Inni dubartii irraa dhalatee, Seera jalatti bule.

    26Yerusaalemiin ol-gubba’aa ammoo bilisoontu’u; isiin haadha teenna.

    29Te’uu malee, yennaa san ka akka fedha foonii calla’aan dhalate, ka fedha Ayyaana Waaqaatiin dhalate akkuma ari’e, ammalle akkasuma hin te’a.

  3. Marcos 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 5–37 de 38

    5Yesuus, «Daabboo xaltaa meeqa qaddan?» jedhee gaafannaan, isaan, «Xaltaa torba» jedhaneen.

    30Yesuus waan isaa eennulle’etti akka hin hinne jabeessee isaan seere.

    37Nami wodoo lubbuu ifiitiif maan kennuu dande’a?

  4. Colossenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–21 de 25

    4Kiristoosiin jiruu nuuf te’e yennaa mudhatu, isinille isa woliin ulfinnaan hin mudhattan.

    15Nageenni Kiristoosii, ka isin nafa tokko te’iisaaf itti waamantane, gadhaa keessan keessatti mowuu ti; worra galateeffatulle te’a.

    21Abbootii! Akka isaan addii hin kutanne, ijoollee teessan hin aarsina’a.3:21 Efe. 6:4

  5. Mateus 22

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 22–41 de 46

    22Isaan yennaa waan kana dhage’ane baaseffatanee, isa lakkisanee deemane.22:22 HuE. 23:8

    36«Barsiisa’a, Seera keessaa ajaji guddichi kam?» jedhee isa gaafate.

    41Fariisaayoti wolitti dacha’aneeranuun, Yesuus,

  6. Efésios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 15–27 de 32

    15Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te’ee, karaa maraan guddanna.

    24Jiruu haareya, balchumma’aa fi woyyummaa dhuga’aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha’a.

    27Seexanaafille karaa hin kennina’a.

  7. Gênesis 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 6–15 de 22

    6Guyyaa afurtamaan duuba Nohi qowa hobolo’otti baaseeru san banee,

    7harraaqessa erge; harraaqessi sun haga bisaan lafa irraa gogutti asii fi achi ka’aa ture.

    15Achiin duuba Waaqi, Nohiin,

  8. Neemias 10

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 2–12 de 39

    2Seraayaa, Azaariyaa, Ermiyaas,

    3Phashihur, Amaariyaa, Malkiiyaa,

    12Zaakur, Sherebiiyaa, Shebaniyaa,

  9. Filipenses 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 20–24 de 30

    20Karaa tokkolle’een akka ani hin qaanonne, halcha’aa fi addiin tiyya san; ammoo akkuma yennaa maraa tolchu, amma jiru’uun yookiin du’aan Kiristoos nafa kiyya irratti akka ulfaatu jabeenna guutuu hin qabaadha.

    21Maarre jiruu jechuun naaf Kiristoosiin le’iisa, duutille bu’aa tiyya.

    24Te’uu malee fooniin jiraachuun kiyya isiniif caalaa barbaachisa’a.

  10. João 9

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 1–14 de 41

    1Yesuus adoo ideemaa dabaruu, namicha ballaa te’ee dhalateeru tokko dhagge.

    13Achiin duuba isaan namicha dur balla’aa kaan gara Fariisaayotaa geessane.

    14Guyyaan Yesuus biyyee dhoqqeessee ila namicha balla’aa fayyise sun guyyaa Sanbataa ti.

  11. Isaías 51

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 51
    Mostrando versículos 2–22 de 23

    2Gara abbaa keessan Abrahaamii,gara Saaraa isin deetteelle ilaala’a.Ani yennaa isa waame inni uumaa hin qabu;ani ammoo isa eebbisee isa baceesse.

    19Badiin badii irratti sitti dhutteerti;eentu si jajjabeessa ree?Tunille diigamiisa, badiisa,beelaa fi woraana.Eentu si woliin gadda ree?

    22Mootiin Waan Maraa keessan ka Waan Mara Dande’u,Waaqi kolbaa ifiitiif falmu isiniin,«Kunoo, muduunuu isin gatantarsitu,harka keessan irraa fuudheera;deebitaneelle muduunuu mufi’ii tiyya irraa,ijjumaa akka isin hin unne hin godha.

  12. Provérbios 20

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 13–30 de 30

    13Akka hin hiyyoommane,hirriiba hin jaalatin.Midhaan akka quuttu,dammaqii hujadhu.

    18Gorsa fudhadhuu karoora baafadhu;qajeelfama fudhadhuu duuli.

    30Adabbiin madeessitu waan hantuu qulqulleessiti;dhaaniisille keessa namaa qulqulleessa.

  13. Jeremias 42

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 42
    Mostrando versículos 11–22 de 22

    11Mootii Baabilonii ka amma sodaattanu kana hin sodaatina’a! Ani isin woliin waan jiruuf, isin hin qarqaara; harka isaa jalalle’ee isin hin baasa; isa hin sodaatina’a!

    16shallaagaan isin sodaattane achitti isinitti hin dhutti; beelti isin sodaattanelle biyya Gibxi’ii keessatti isin gula hin dhutti; isinille achitti hin duutan.

    22Amma yoona addee dhaxxanee qubatiisaaf barbaaddane sanitti shallaaga’aan, beelaa fi bala’aan akka duutanu beeka’a.

  14. Tiago 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–8 de 17

    1Lolaa fi falmiin odduu teessan jirtu, eessaa dhutte? Halchaa nafa keessan keessatti wol loltu irraa dhuttii motii?

    7Maarre Waaqaaf ajajama’a; Seexana ammoo morma’a, innille isin baqata.

    8Gara Waaqaa dhikaadha’a, innille gara keessan hin dhikaata. Isin cubbaaleyyiin, harka keessan qulqulleeffadha’a. Isin worri yaada lamaa, gadhaa keessan qulleeffadha’a.

  15. Levítico 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 1–29 de 44

    1Mootiin Waan Maraa Muuse’een,

    26Mootiin Waan Maraa ammalle Muuse’een,

    29Nami guyyaa san gad ifi hin qanne kolbaa ifii keessaa bayuu ti.

  16. Lucas 24

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 8–50 de 53

    8Achiin duuba waan Yesuus jedhe qaabatane.

    28Gara ollaa itti dhaqiisatti jiranuu yennaa dhikaatane, Yesuus akka waan dabaree ideemuu te’e.

    50Achiin duuba Yesuus qachaa keessaa baasee, haga Bitaaniya’aa isaan geesse; achitti harka ifii lamaanuu ol kaasee isaan eebbise.

  17. 1 Coríntios 15

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 30–57 de 58

    30Nuutille maaf yennaa mara balaa keessa ifi galchina ree?

    50Obboleeyyan tiyya! Nami foonii fi dhiigaan mootummaa Waaqaa dhaaluu akka hin dandeenne, yookiin nafi du’aan badu nafa jiraataa hin banne akka hin dhaalle isinitti hima.

    57Ammoo Waaqa Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin injifachaa nu’uu kennuuf galanni te’u!

  18. 1 Tessalonicenses 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 7–12 de 20

    7Nuuti akka ergantoota Kiristoosiititti waan barbaachisaa te’e isin gaafatuu hin dandeennaayyu. Ammoo akka haadha daa’ima ifii hoosittee guddittuu, qajeelumma’aan odduu teessan leene.

    8Nuuti waan guddoo isin jaalannuuf, Oduu Gammadaa ta Waaqa irraa dhutte callaa adoo hin te’in, jiruu teennalle isiniif qoodiisaaf qophoonneerraayyu. Sababille isin jaalota teenna!

    12Le’ii Waaqa gara mootummaa ifiitii fi ulfinna ifiititti isin waame gammachiittu akka leetanu isin gorsaa, jajjabeessaa, magannee isiniin jenneerra.

  19. Salmos 139

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 139
    Mostrando versículos 9–19 de 24

    9Ani koola baasee akka dayya’a boru’uu ka’ee,gara seensuma adu’uutitti yoo qubadhe,

    13Keessa namummaa tiyyaa ka dade si’i;gadaamessa haadha tiyyaa keessattisittuu na dade.

    19Ee Waaqa, nama hamaa adoo ijjeettee!Isin worri dhiiga namaa dhangalaasuna irraa fagaadha’a!

  20. 1 Crônicas 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 2–24 de 40

    2ka arfeesso’oo Nohaa, ka shaneesso’oo Raafaa uumate.

    4Abiishuwaa, Na’amaan, Aho’aa,

    24Hanaaniyaan, Elaam, Antotiiya,

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo