13 Inni hunna dukkanaa jalaa nu fayyisee gara mootummaa Ilma jaalatamee akka gallu nu tolcheera. 14 Nuuti Ilma isaatiin wodannee, araara cubbuu teennaa dhagganneerra.1:14 Efe. 1:7
Publicidade