Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Qolosaayisii 2

14 Inni barreeffama beenya’aa2:14Beenya’aa: Lafa tokko tokkotti beenna’aa jedhan. ka seera keessa jiru, ka nu himataa nu’uun mormaa ture san balleesseera; fannoo irralle’etti diree nu irraa balleesseera. 15 Worra hunnaa fi baallii ayyaanaa qabu fannoo saniin injifatee, hidhata isaaniille hiissisee, badhinnatti bayanee akka mudhatanu godhee itti geerare.

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses