Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Qolosaayisii 2

16 Yoona marroo nyaataatii yookiin marroo unto’ootii, marroo guyyaa jilaatii yookiin marroo baatii laakkowu’uu, yookiin marroo Sanbata ulfeessu’uutiif eennulle isinitti hin murin. 17 Isaan kun waan gara duraa dhufuuf akka gaaddiddu’uu ti; dhugaan ammoo Kiristoos keessa jirti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses