18 Nami sobee ifi gadi qabiisaa fi ergantoota ol-gubba’aa waaqonsiisaan ifi jaju, worra gatii hin qanne akka isin hin goone ifi eegadha’a; nami akkasii kun marroo mudhii dhagguutiif ifi saadee, waan gatii hin qanneef yaada fooniitiin ifi jaja. 19 Nami akkasii, Kiristoosii mataa nafaa te’eerutti qabatiisa lakkiseera; nafa duudii mitika’aa2:19Mitikaa: Yookiin mikitaa fi ribu’uun wolitti qassiisee ka nyaachisu mata’a; akkasiin guddinna Waaqi fedhu nafi guddata.
Publicidade
Worra Qolosaayisii 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.