8 Akka barsiisa Kiristoosiititti adoo hin te’in, qarummaa namaatii fi gowwoonsiisa waan tokko ifi keessaa hin qanne, ka aadaa namaatii fi ayyaanota gubba’aa fi lafa bulchanu irratti hundayeen, eennulle akka isin hin boojine ifi eegadha’a.