Jiruu Haareya Kiristoosiin
1 Yoona eega Kiristoos woliin du’aa kaatane, waan ol-gubbaa addee Kiristoos midda Waaqaatitti tee’eeru jiru barbaada’a! 2 Marroo waan ol-gubbaa jiruu yaadadha’a malee, marroo waan lafa irra jiruu hin yaadatina’a.