Pular para o conteúdo
Publicidade

Colossenses 3

12 Yoona worra Waaqaaf filatantane, woyyoontanee fi jaalatantane akkuma teetanetti naasuu, arjummaa, ifi gad qabiisa, qajeelumma’aa fi ossata uffadha’a. 13 Wol dande’a; nami namatti quuqameeru yoo jiraate, woliif araarama’a; akkuma Kiristoos isiniif araarame, isinille woliif araarama’a.3:13 Efe. 4:32 14 Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju’uun wolitti hidhu uffadha’a. 15 Nageenni Kiristoosii, ka isin nafa tokko te’iisaaf itti waamantane, gadhaa keessan keessatti mowuu ti; worra galateeffatulle te’a.

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses