Publicidade

Colossenses 3

8 Amma ammoo; mufii, aarii, jallu’uu fi maqaa wolii balleessuu mara ifi irraa balleessa’a; dubbiin nama fokkisiittulle afaan keessan keessaa hin bayin. 9 Namummaa dullacha hujii isaa woliin ifi irraa baattanee waan gattaneertanuuf, dhara wolitti hin dubbatina’a.3:9 Efe. 4:22 10 Namummaa haareyalle uffattaneertan; isiille ta akka guutuma guutu’utti isa beettanuuf, Waaqi isii dade fakkeenna ifiititti haaressiisatti jiru.3:10 Efe. 4:24

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-