Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 1

6 Worra gosa Yihuda’aa keessaa worri filatame Daani’el, Hanaaniyaa, Miishaa’elii fi Azaariya’a. 7 Bulchaan qondaaltota mootichaa maqaa isaanii jijjiiree, Daani’eliin «Belxishaazaar», Hanaaniya’aan «Shaadraak», Mishaa’eliin «Meshaak», Azaariya’aan «Abedneegoo» jedhee moggaase.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também