Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 131

Gad Ifi Qabanee Waaqatti Addatiisa

Faaruu Daawitii, Ta Ittiin Ol Bayanu

1 Ee Mootii Waan Maraa,

gadhaan kiyya hin kooru;

mataa hin dhaabu;

waan gugurdoo,

yookiin waan baasaa hin huju.

2 Akka annuu harma irraa guutee

haadha woliin jirtuu,

ani lubbuu tiyya sarmisiisee cadhisiise;

akka annuu harma irraa guutee,

lubbuun tiyya na keessatti cadhitte.

3 Ee kolbaa Israa’elii,

ammaa jalqabiitii haga bara baraatitti,

Mootii Waan Maraatitti addii godhadhu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também