Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 117

Leellisa Mootii Waan Maraatiif Dhikaate

1 Gosi biyya adda addaa martinuu

Mootii Waan Maraa leellisa’a;

kolbaan martinuu isa saada’a.

2 Jaalalli isaa ka bara baraa

ka inni nu’uuf qabu guddaa waan te’eef,

addatamummaan isaa haga bara baraa ti.

Mootii Waan Maraa leellisa’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também