Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 134

Waaqa Leellisa’a

Faaruu Ittiin Ol Bayanu

1 Isin tajaajiltooti Mootii Waan Maraa marti,

worri halkan

Galma Mootii Waan Maraa keessa tajaajiltanu,

Mootii Waan Maraa leellisa’a!

2 Addee Woyyittii keessatti

harka keessan ol kaasa’aa,

Mootii Waan Maraa leellisa’a!

3 Mootiin Waan Maraa

ol-gubbaaa fi lafa dade,

Xiyoon keessaa isin eebbisu ti!

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também