Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 12

Bara Muumme’ee

1 Ergamaan Waaqaa ka natti dubbate sun, «Yennaa san Mikaa’el sooressi guddichi kolbaa teeti eegu hin ka’a; achiin duuba haga gosi biyya adda addaa lafa irra jiraatteen jalqabee, farri guddoon teetee hin beenne hin teeti; yennaa san ammoo kolbaan biyya teeti, worri maqaan isaanii kitaaba keessatti barreeffame dhaggame farra san jalaa hin bayan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também