Pular para o conteúdo
Publicidade

Daani'elii Raagichaa 9

2 Bara mootummaa isaa woggaa tokkeesso’ootitti, ani Daani’el, akkuma Mootiin Waan Maraa raagicha Ermiyaasitti dubbate, diigamiis Yerusaalemii woggaa torbaatama akka turu, Barreeffama Woyyicha keessaa hubadhe. 3 Tanaaf ani woyaa gaddaa uffadhee, daadhaa irra tee’ee, laamiisaan, daadimatiisaa fi gaafatiisaan fuula kiyya gara Mootii Waan Maraa Waaqatti deebifadhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também