16 Ani yennaa san abbootii mura’aa teessan ajajee «Moromaa kolbaa teessan wodhakka’atti kaatu yookiin nama Israa’elii tokkoo fi alagaa wodhakka’atti kaatu ilaala’aatii, muraa dhuga’aa kenna’a. 17 Muraa kennitanu irratti hin golina’a; nama gudda’aa fi nama diqqaalle wol qixa ilaala’a. Muraan ta Waaqaa waan teeteef, nama tokkolle hin sodaatina’a. Waan guddoo isinitti ulfaate natti fida’a, ani hin ilaala» jedhe.
Publicidade
Kitaaba Seera Keessa Deebii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.