18 Jechoota kiyya kana gadhaa keessanii fi qalbii teessan keessatti qabadha’a; qaabbii akka isinii teetu harka keessan irratti hidhadha’a; adda keessan irralle’etti keyadha’a. 19 Ijoollee teessanille barsiisa’a. Yennaa mana teettanu, yennaa karaa deentanu, yennaa irkattanu, yennaa kaatanulle marroo jechoota kanaa haasowa’a.
Publicidade
Kitaaba Seera Keessa Deebii 11
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.