Kudhan Keessaa Tokko
22 Midhaan wogguma wogga’aan fichaa keeti keessaa galfattu mara irraa, harka kudhan keessaa tokko adda baasi.
29 Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti hujii harka keetiitiin akka si eebbisuuf, Lewwooti qooda yookiin lafa ifii hin qannee fi alagaan, ijoolleen abba’aa fi haadha hin qannee fi haadhotiin hiyyeessaa ta qachoota keessan keessa le’anu dhufanee nyaatanee quufanuu ti.