Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Keessa Deebii 26

12 Ati woggaa sadeesso’oo, ta kudhan keessaa tokko kennanutti, midhaan galfatte keessaa kudhan keessaa tokko mara adda baatteen duuba, Lewwooti, alagaan, ijoolleen haadhaa fi abbaa hin qannee fi haadhotiin hiyyeessaa nyaatanee akka quufanu isaaniif kenni. 15 Addee woyyittii teeti ta ol-gubbaaa irraa gad ilaaliitii, kolbaa teeti Israa’el, akkuma abbootii teennaaf kakatetti lafa aananii fi dammaa ta nuu kennitelle eebbisi» jedhi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também