6 Ajajoota ani adha si ajaju kana ijjumaa hin dedhin. 7 Ajajoota kana irra deddeebi’iitii ijoollee teeti barsiisi. Yennaa mana teettu, yennaa karaa ideentu, yennaa irkattu fi yennaa kaatu marroo ajajoota kanaa dubbadhu.
Publicidade