Waan Nami Qaroon Godhu
1 Guyyaa heddu’uun duuba deebitee waan dhaggattuuf, midhaan keeti bisaan irra ergi. 2 Balaa hamaa lafa irratti dhufu ati waan hin beenneef, karra teeti addee torbatti yookiin saddeetitti qoodii maffadhu.