Tokkummaa Nafa Kiristoosiitiin Jiru
1 Ani sababa Goottaa tajaajiluuf hidhamaa ka te’e, waamicha itti waamantane saniif akka maletti akka leetanu isin gorsa. 2 Yennaa mara worra ifi gadi qabu, worra qajeela’aa fi ossaameyyii te’a’a. Jaalalalle’een wol dande’a’a.