Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 11

Balaa Kudhaneesso’oo; Duuti Angafootaa Himante

1 Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse’een, «Ani amma balaa tokko callaa mooticha Gibxi’iitii fi kolbaa isaa irratti hin fida; saniin duuba mootichi akka isin asii deentanu gad isin hin lakkisa; nami tokkolle adoo hin hafin isin maraayyuu hin ari’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também