13 Mana isin keessa jirtanu irratti dhiigi beessisa isiniif hin te’a; ani yennaa dhiiga san dhagge, isin irra hin dabara; Yennaa biyyaa Gibxi’iititti balaa buusu, isin irratti balaan tokkolle hin bu’u.