Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Bayiisaa 2

5 Achiin duuba intalti mooticha biyya Gibxi’ii dhiqatiisaaf gara laga Nayilii dhutte; yennaa san dubartooti isii tajaajiltu laga san qarqara deddeemiisatti jiraniiyyu. Isiille saaxaraa allaaduu odduu jiru dhaggitee, tajaajiltittii ifii ergitee akka saaxaraa san fiddu goote.

10 Mucaan sun yennaa guddate, isiin gara intala mootichaa isa geessite; innille isi’iif ilma te’e. Isiille bisaan keessaa waan isa baacheef, maqaa isaa «Muusee» jette.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também