Pular para o conteúdo
Publicidade

Hizqi'elii Raagichaa 16

36 Goottaan Mootiin Waan Maraa, Halchaa sagaagalaatiin gubattee, worra si jaalatu woliin adoo sagaagaltuu nafa keeti qullaa waan mudhitteef, waaqota dharaa keeti diqachiisaa san maraaf dhiiga ijoollee teetii ciincaa waan dhikeessiteef, 37 tanaaf ani kunoo gaarayyoota teeti worra ati woliin gammaddu mara, ka ati jaalattee fi ka ati jibbitelle adaala maraa wolitti qabee nafa qullaa keeti akka isaan dhagganuuf, woyaa sirraa mulqee isaan duratti qullaa si hambura.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também