6 Atille ilma namaa! Isaanii fi jecha isaaniille hin sodaatin; qore’ee fi qumi’uuduu woliin jiraatanulle, makka irra yoo teettelle hin sodaatin. Isaan worra finqilaa waan te’aneef, ati waan isaan siin jedhanu hin sodaatin; isaan si hin rifachiisin.
Publicidade
Publicidade