Pular para o conteúdo
Publicidade

Hizqi'elii Raagichaa 36

23 Ani woyyummaa maqaa kiyya gudda’aa ka gosa biyya adda addaa oddu’utti battowe, ka isin odduu isaaniititti batteessitane san hin mudhisa. Achiin duuba adoo isaan dhagganuu karaa keessaniin woyyummaa tiyya yennaa mudhisu gosi biyya adda addaa akka ani Mootii Waan Maraa te’e hin beekan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também