23 Waan lamaan kanaan rakkadheera: ani le’ii tana lakkisee, Kiristoos woliin le’uu fedha; kun waan mara caalaa naaf woyya. 24 Te’uu malee fooniin jiraachuun kiyya isiniif caalaa barbaachisa’a.
Publicidade
Worra Filiphisiiyuusii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.