21 dhiibbaleessa te’uu, machii, sarbicha dhiitu’uu5:21Sarbicha dhiitu’u: Nyaatanee unanee caaqu’u fi ta tana fakkaattu. Akkuma kanaan dura isinitti hime, ammalle itti deebi’ee isinitti hima: worri waan akkasii huju mootummaa Waaqaa hin dhaalu.
23 qajeelumma’aa fi ifi qabatiisa. Seerri waan akkasii kana dhooggu hin jiru.