Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 11

Xelleephoo Baabilonii

1 Bara san kolbaan biyya lafaa duudiin afaan tokkocha dubbatti.

9 Mootiin Waan Maraa achitti afaan biyya lafaa wol keessa akka makamu waan godheef, maqaan addee sanii, «Baabel»11:9 Baabel: Afaan Ibrootaatiin Makamaa jechu’u. jedhamee moggaafame; Mootiin Waan Maraa achi irraa biyya lafaa duudii irra isaan bittinneesse.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também