Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Dadaa 18

10 Isaan keessaa tokkochi, «Bara dhufu yennaa akkanaa tana deebi’ee gara keeti hin dhufa; yennaa san Saaraan niitiin teetii ilma hin deetti» jedhe.

Yennaa inni tana dubbatu Saaraan balbala dunkaani’ii ta Abrahaamiin duuba jirtu dura dhaabbattee dhage’iisatti jirtiiyyu. 11 Abrahaamii fi Saaraan guddoo dulloomaneeraniiyyu; Saaraalle aadaan dubarti’ii irraa dhaabbatteertiiyyu. 12 Maarre saaraan, gadhaa ifii keessatti «Ani eega dulloomee gergeshe, dhirsi kiyyalle dulloomee gergeshe, ani isa bira geyiisaaf halcha’aayyuu hin qabaadhaa?» jettee kollite.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também